Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa Mana Jireenyaa gurguruu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii Marsaa 2ffaa

Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa bu'uura aangoo Labsii Lakk.97/90,216/92 fi 1147/2011tiin kennameefiin qabeenyi haalootni isaa armaan gaditti jiruun caalbaasii ifaan gurguruu barbaada

TL

Maqa Liqeeffataa

 

Maqaa Abbaa Qabeenyaa

 

Damee

 

Ibsa Addaa Qabeeya Wabummaan qabsiifamee

Ka'umsa gatii Caalbaasiin

Guyyan fi sa'aa Itti Caalbaasii geggeeffamu

 

Marsaa Caalbaasi

Teessoo

 

 

Lakk.Kaartaa

 

Bal'ina Lafaa

 

Gosa Tajaajila Manichi kennu

 

Tasfaayee Caalaa

 

Obbo Mulunaa Daargee

Naqamtee

 

Mag/ Ganda 07 Naqamtee

3 459/WMMLMN/11

 

200m²

 

Mana Jireenyaa

 

760,000.00(Kuma Dhibba Torbaa fi Kuma Ja'atama)

14/11/2018 Ganama 5:00-6:00 sa'aa

Caalbaasii 2ffaa

 

Danbiiwwan Caalbaasii:

1. Dorgomaan caalbaasii ykn bakka bu'aan seeraa gatii ka'umsa caalbaasichaa 1/4ffaa isaa CPO kaffaltiin isaa baankiin mirkanaa'e qabatee dhiyaachuun dorgomuu danda'a.

2. Caalbaasichi kan geggeeffamu mooraa qabeenyichi keessatti argamu Mag/Naqamtee Ganda 07 keessattiidha.

3. Qabeenya caalbaasiif dhiyaate dorgomaan mo'ate VAT %15(parsantii kudha shan) gatii ittiin qabeenyicha bitè irratti dabaluudhaan ni kaffala.

4. Qabeenya caalbaasiif dhiyaatee daawwachuu ykn ilaaluu qaamni barbaadu Guyyaa beeksifni caalbaasii kun gaazeexatti bahe irraa kaasee sa'aa fi Guyyaa hojiitti bakka qabeenyichi itti argamutti deemee daawwachuu ni danda'a.

5. Mo'ataan caalbaasichaa haftee gatii qarshii ittiin mo'ate Guyyaa 15 keessatti duguugee kaffaluu qaba,kan hinkaffalle yoo ta'e garuu qarshiin kabachiisa caalbaasiif kaffale hindeebi'uuf.

6. Dhaabbatichi caalbaasicha guutummaatti ykn gartokkeen haquuf mirgi inni qabu eegamaadha.

7. Caalbaasiin kun kan marsaa 2ffaa waanta'eef gatii argame kamiinuu gurguramuu danda'a hangi ka'umsa caalbaasii jedhamuun ibsame gatii ka'umsaa akka tahu dirqisiisaa miti.

Odeeffannoo dabalataatiif 09 17 84 70 55 ykn 09 13 88 54 52 irratti bilbiluun yka Waldaa Aksiyoona Qusannoo fi Liqaa Damee Naqamtee qaamaan deemuun odeeffannoo gahaa argachuun ni danda'ama. 

Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa


Tender details

  • Deadline: 2026-07-21
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-07-21 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jun 18, 2026
  • Posted at: 2026-06-19T08:50:32.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders