Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii Marsaa 2ffaa

Murtii Abbaa Mirgaa Aadde Fireehiwoot Yooseef fi M/A/ Idaa Obbo Fayyisaa Abbee gidduu falmii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Dhakaa Adii keessatti ballina M² 200 irratti argamu, lakk.kaartaasaa 9041/2001 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 3,178, 241,19n gaafa 04/11/2018 sa'aatii 3:30 - 6:30tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun guyyaafi sa'aatii jedhametti bakka manni jireenyaa kun argamutti waraqaa eenyummaa keessan qabattanii qaamaan argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee


Tender details

  • Deadline: 2026-07-11
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-07-11 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jun 18, 2026
  • Posted at: 2026-06-19T09:45:40.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders