Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Galaan Guddaa Gamoo mana daldalaa abbaa darbii 5 gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

R/Himataan Abdoo A/Moggaa fi R/Himatamaan Aadde Fooziyaa Mahaammad jidduu falmii jiru ilaalchisee qabeenya Gamoo mana daldalaa abbaa darbii 5 ballina M² 396 irratti Bulchiinsa Magaalaa Shaggar K/M/G/G/ Aanaa Daalattii keessatti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 104,943,099.49/100 ( Miliyoona dhibba tokkoofi miliyoona afuriifi kuma dhibba sagaliif kuma afurtamii sadiifi sagaltamii sadiifi saantima afurtamii sagaliitiin) gaafa 13/11/2018 sa'aatii 2:30 - 6:30tti waan gurguramuuf namooonni dorgmomtanii bitachuu barbaaddan bakka qabeenyi kun argamu, Bulchiinsa Aanaa Daalatti Mooraa dhaabbatichaa bakka addaa waatoo jedhamutti, guyyaafi sa'aatii jedhametti qaamaan argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Galaan Guddaa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-07-20
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-07-20 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Galaan
  • Published: Jun 25, 2026
  • Posted at: 2026-06-26T08:20:06.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders