Property and building foreclosure
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Bishooftuu Mana gurguruu babadaa
Description
Beeksisa caalbaasii
Murtii Abbaa Mirgaa Obbo Nugusuu Mulugeetaa fi Murtii Abbaa Idaa Obbo Gabayyoo Girmaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana R/himatamaatiin Bulchiinsa Godina Shawaa Bahaatti Aanaa G/Q/Bulaa Kurfaȧ Faatolee keessatti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,538,548.44n gaafa 18/11/2018 sa'aatii 4:00 - 6:00tti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO maqaa Mana Murtii Magaalaa Bishooftuutti qabsiistanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Bishooftuu
Tender details
- Deadline: 2026-07-25
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-07-25 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Bishooftuu
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jun 25, 2026)
- Posted at: 2026-06-26T08:24:22.000Z