Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Bahaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
R/Himattuun Aadde Bashii Lataafi R/Himatamaan Obbo Addisuu Ximqatee jidduu falmii raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee qabeenya raawwiin himatamaa kan ta'e,mana jireenyaa Lakk.Kaartaasaa A250-261/2002 ta'e,ballina M2 290 irratti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,254,563.87n gaafa 10/11/2018 sa'aatii 3:30 - 6:30tti caalbaasiin waan gurguramuuf namnooni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun iddoo mmanni jireenyaa kun argamu,Bulchiinsa Magaalaa Qooqaa Baanaa Ejersaatti argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Bahaa
Tender details
- Deadline: 2026-07-17
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-07-17 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina shawaa bahaa
- Bid bond: 25%
- Published: Jun 25, 2026
- Posted at: 2026-06-26T08:34:21.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.