Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

Murtii Abbaa Mirgaa Obbo Abdulfattaa Amaan fi Murtii Abbaa Idaa Aadde Makkiyaa Abdulmannaan jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa maqaa Aadde Ababaa Mahaariitiin Magaalaa Adaamaa Aanaa Gooroo keessatti galmaa'ee ballina M2 200 irratti argamu, lakk.isaa 737713/95 ta'e,tilmaama gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,789,722.6n gaafa 12/11/2018 sa'aatii 3:00 - 5:00tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO baankiitti qabsiisuun waraqaa eenyummaa keessan qabattanii bakka manichi argamutti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee


Tender details

  • Deadline: 2026-07-19
  • Bid closing time: 11:00
  • Bid opening: 2026-07-19 11:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jun 25, 2026
  • Posted at: 2026-06-26T08:37:42.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders