Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii Marsaa 2ffaa

Murtii Abbaa Mirgaa Aadde Zaaruu H/Hassan Obbo Abdurazaaq Sh/Adam Abdallaa fi Murtii Abbaa Idaa Aadde Safiyyaa Alii, Obbo Sa'iid Sh/Adam Abdallaafi Aadde Hayaat Sh/Adam Abdallaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Ganda Gooroo duraan Aanaa Badhaatuu amma keessatti maqaa du'aa Sh/Adam Abdallaa Galchuutiin galmaa'ee ballina M² 343 irratti argamu, lakk.kaartaasaa 2232/75 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 5,263,936.20n gaafa 16/11/2018 sa'aatii 3:00-6:00tti caalbaasii ifa ta'een waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1/4 CPO qabsiisuun guyyaafi sa'aatii jedhametti iddoo sanitti argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa


Tender details

  • Deadline: 2026-07-23
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-07-23 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jun 25, 2026
  • Posted at: 2026-06-26T08:41:01.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders