Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Bahaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii Marsaa 1ffaa
Raawwiin Himataan Obbo Gammachiis Kabbadaa fi Raawwiin Himatamtoonni 1ffaa Obbo Dabalaa Hayilee 2ffaa Obbo Kidaanuu Booboo jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee qabeenyaa mana Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Kutaa Bulchiinsa Calalaqii ganda 03 keessatti argamu mana jireenyaa Lakk. Kaartaasaa OR00803291102 kan ta'e Kordineetii lafichaa23283816, 1004804425, 23299060, 1004809850,231302121,1004811013,231298164- 1004790889 jidduutti kan argamu tilmaama caalbaasii qarshii 2,350,000.00(Miliyoona Lamaafi kuma dhibba sadiifi kuma shantamaan) gaafa guyyaa 10/11/2018 sa'aatii 3:00 - 6:00tti waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO dhiyeeffachuudhaan qaamaan dhiyaattanii dorgomuudhaan bitachuu kan dandeessan ta'uu ni beeksifna.
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Bahaa.
Tender details
- Deadline: 2026-07-17
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-07-17 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Olaanaa Godina Wallaggaa Bahaa
- Bid bond: 25%
- Published: Jun 25, 2026
- Posted at: 2026-06-26T08:45:08.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.