Baankiin Sinqee W.A Mana jireenyaa fii Mana daldalaa gurguruu barbaada

Description

Caalbaasii

Lakk.BS/KTS/033/2018

Baankiin Sinqee W.A Qabeenyota armaan gadii bu'uura Aangoo Labsii lakk.97/1990(akka foyya'eettii) tiin kennameefiin gurguruu barbaada

TL

 

Maqaa Liqeeffataa

 

Maqaa Namaa qabeenya qabsiisee

 

Damee Liqeesse

 

Teessoo fi ibsa Qabeeya Caalbaasiif dhiyaatee,

Ka'uumsa Caalbaasii  Qarshiidhaan

Yeroo Caalbaasiiin itti gaggeeeffamu

Marsaa Caalbaasii ba'e

 

Qabeenya Caalbaasiif dhiyaate

Magaala/Kutaa Magaalaa/ Aanaa/Gandaa

Lakk. kaartaa

 

Bal'ina Lafaa

Guyyaa

Sa'aatii

 

1

Firoomsaa Hammeessoo Leenjisoo

 

Firoomsaa Hammeessoo Leenjisoo

 

Shaashamannee

Mana jireenyaa

 

Mag/Shshamanneetti Kutaa Mag/ Bishaan Gurraachaa Aanaa Habaasii

OR002073205003

139.61m²

 

1,753,608.97

21/11/2018

4:30-6:00

 

2ffaa

Geexee Masayii H/Maaram

Shaashamannee

Mana jireenyaa

Mag/Shaashanneetti Kutaa Mag/ Bishaan Gurraachaa Aanaa Habaasi

OR002073401007

140.12m²

2,506,037.82

21/11/2018

8:30-10:00

2ffaa

2

Dhaabbata Leenjii konkolaachistota Roobeeraa I/G/V/murtaa'e

Geetaahuun Yaadatee Urgahaa

Sulultaa

 

Mana daldalaa

Kutaa Magaalaa Sulutaa

OR033023816006

 

673.23m²

 

4,993,739.91

 

21/11/2018

 

4:30-6:00

1ffaa

Dambiiwwan Caalbaasii:

1) Dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraa dorgomaa gatii ka'uumsa Caalbaasichaa 1/4faa Ajaja Baankii /C.P. O/ dhaan mirkanaa'e qofa qabsiisuun galmaa'uun dorgomuu ni danda'a. Dorgomaan Caalbaasiicha mo'ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo'ate kaffalee xumuruu qaba. Kan hin xumurre yoo ta'e, qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta'ee, Caalbaasichi kan haqamu ta'a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba'uun uumamuuf itti gaafatamaa ta'a.

2) Dorgomaan caalbaasii irratti gatii ol'aanaa dhiyeesse caalbaasichaa mo'aachuu isaa qaama dhimmi ilaaluun erga mirkanaa'een booda xalayaa mo'aataa ta'uu isaa ibsu kennamaaf.

3) Dorgomtoota Caalbaasicha mo'atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O'n qabsiisan guyyuma sana deebi'aaf.

4) Caalbaasii irratti argamuu kan danda'u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenyaa ykn bakka bu'aa seeraa isaanii qofa ta'a

5) Caalbaasichi kan adeemsifamu bakka qabeenyichi itti argamutti ta'a.

6) Kaffaltii jijjirraa maqaa akkasumas kaffaltii liizii fi kanneen biroo bitataan bu'uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa'ee/dirqamu kanneen Taaksii waliin walqabatan bitataan/mo'ataan battala Caalbaasii mo'atee qabee kan kaffalu ta'a.

7) Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu'ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu'insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.

8) Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen haquuf mirgi isaa kan eegamedha.

9) Namni qabeenya Caalbaasiif dhiyaate kana ilaaluu barbaadu, Dameelee liqeessaa beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda'a

10) Dorgomaan moo'ataa caalbaasiti kan jedhamu moo'ataa ta'uu isaa kan ibsu barreeffamaan yeroo xalayaan harka isa gahu qofadha

11) Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-557-6016), Damee Shaashamannee (046-211-2572) ta'e irratti bilbiluun gaafachuun ni danda'a.

Baankiin Siinqee W.A


Tender details

  • Deadline: 2026-07-28
  • Bid closing time: 16:00
  • Bid closing (note): sa,aatti isaa garagaraa
  • Bid opening: 2026-07-28 16:00
  • Bid opening (note): sa,aatti isaa garagaraa
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Siinqee Bank Share Company
  • Buyer address: Joseph Tito Street, Kazanchis, adjacent to Nega City Mall, Oda Tower
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jun 25, 2026
  • Posted at: 2026-06-26T09:15:52.000Z
  • Buyer website: https://siinqeebank.com/

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders