Property and building foreclosure

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Dhaddacha Araaraa keessatti ballina M² 140 irratti argamu, lakk.kaartaasaa 501-3 gurguruu barbadaa.

Description

Beeksisa caalbaasii

M/A/Mirgaa Obbo Sintaayyoo Dammaqaafi M/A/ Idaa Obbo Bayyanaa Gabiramikaa'eel gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee qabeenya maqaa Aadde Addis Kabbadaatiin galmaa'ee Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Dhaddacha Araaraa keessatti ballina M² 140 irratti argamu, lakk.kaartaasaa 501-3 ta'e,gatii ka'umsaa caalbaasii qarshii 1,118,578.73n gaafa 26/11/2018 sa'aatii 3:30-6:00tti waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu 1/4 CPO barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasiirraa qabsiisuun bakka qabeenyi kun argamutti guyyaafi sa'aatii jedhametti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee


Tender details

  • Deadline: 2026-08-02
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-08-02 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 02, 2026)
  • Posted at: 2026-07-03T06:59:23.000Z
← Back to all tenders