Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Bahaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

M/A/Mirgaa Mana Qopheessaa Magaalaa Naqamtee fi Murtii Abbaa Idaa dhaabbata ijaarsa waliigalaa koomtoo itti gaafatamummaan isaa murtaa'e,PLC,Latii Taaffasaa, Taaffasaa Tolasaafi Zennebeech Duulaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Ganda 07 keessatti maqaa raawwiin himatamtootaan galmaa'ee argamu,lakk.kaartaasaa 640WBIFLMN1/13 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 6,862,497.23.00n gaafa guyyaa 19/11/2018 sa'aatii 3:00-6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO dhiyeeffachuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera. 

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Bahaa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-07-26
  • Publishing entity: Mana Murtii Olaanaa Godina Wallaggaa Bahaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jul 02, 2026

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders