Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaamana tajaajila wal-makaa fi hayyamaa Lakk waraqaa ragaa ET00001043356 fi Lakk. addaa cittuu Lafaa Gurguruu barbadaa
Description
Caalbaasii
M/A/Mirgaa Obbo Tasfaayee Alamuu fa'aa N - 4 fi M/A/ Idaa Obbo Gissillaa Mokonnin gidduu falmii himannaa raawwii jiru ilaalchisee mana tajaajila wal-makaa fi hayyamaa Lakk. waraqaa ragaa ET00001043356 fi Lakk. addaa cittuu Lafaa OR001011505010 kan ta'e maqaa Idaa Obbo Gissillaa Mokonnin Damiseetiin galmaa'ee Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Gooroo keessatti bal'ina lafaa 523.43M2 irratti qubatee argamu tilmaama ogeessi dhiyeesse qarshii 6,045,817.60tiin, gatii Woficoo quwaatii sadii guutuummoo qarshii 858,000tiin walumaagalatti qarshii 6,903,817.60tiin gaafa 02/12/2018 sa'aatii 3:00-600tti caalbaasii ifa ta'een waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan iddoo manichi argamu Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Gooroo keessatti ka'umsa tilmaama manaa raawwiif sababa ta'e 1/4 qabsiisuun CPO isaa qabattanii guyyaa, sa'aatiifi iddoo ibsameetti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa.
Tender details
- Deadline: 2026-08-08
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
- Bid bond: 25%
- Published: Jul 09, 2026
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.