Property and building foreclosure
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa kondominiyeemii gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa caalbaasii
M/A/Mirgaa Buusaa Gonofaa Waldaa Maayikiroo Faayinaansii Birkii Adaamaafi M/A/Idaa Aadde Beezaa Tagany jidduu falmiiraawwii jiru ilaalchisee mana waliinii kondominiyeemii Magaalaa Adaamaa Aanaa Hangaatuu keessatti lakk.ST -0245 fi ragaan abbaa qabeenyummaa lakk.kaartaasaa 001191/2003 ta'e,maqaa Obbo Warquu Taaddasaatiin galmaa'ee jiru,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,523,450n gaafa guyyaa 11/12/2018 sa'aatii 3:00-6:30tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 25% CPO baankiitti qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
Tender details
- Deadline: 2026-08-17
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-08-17 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 09, 2026)
- Posted at: 2026-07-14T08:17:36.000Z