Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

R/himataan Waldaa Aksiyoona Qusannaa fi Liqaa Wasaasaa Damee Walisoo fi R/himatamtoota 1 ffaa Obbo Bilisummaa Gazzaahaany, 2ffaa Obbo Duulaa Gazzaahaany, 3ffaa Aadde Naanaatii Taaddasaa jidduu falmii raawwachiisa murtii jiru ilaalchisee mana jireenyaa lakk.kaartaa isaa W/1727/95 ta'e lafa bal'ina M²200 irratti Magaalaa Walisoo Ganda Ayeetuu keessatti maqaa Obbo Bilisummaa Gazzaahaany fi Obbo Duulaa Gazzaahaany tiin galmaa'ee jiru ka'umsa caalbaasii qarshii 1,399,526.40 (miliyoona tokkoofi kuma dhibba sadiifi sagaltamii sagaliifi dhibba shaniif digdamii jahaaf saantima afurtama) ta'een gaafa 05/12/2018 sa'aatii 3:00 hanga 6:00'tti caalbaasiin ifaa waan gaggeeffamuuf namoonni bitachuu barbaaddan iddoo qabeenyi kun argamutti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa 

 

 


Tender details

  • Deadline: 2026-08-11
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa
  • Published: Jul 09, 2026

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders