Property and building foreclosure
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
M/A/Mirgaa Ayinaalammaa Baqqalaa faa N-2 fi M/A/ Idaa Mogos Kaasaa faa N-2 jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa keessatti maqaa Warqee Daggafeen galmaa'ee jiru, lakk.kaartaasaa OR0010506005 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,228,005.40n gaafa 27/11/2018 sa'aatii 3:30 - 6:00tti waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 qarshii 307,001.35 CPO baankiitti qabsiiuun iddoo manni kun argamu Magaalaa Adaamaatti Aanaa Kutaa Magaalaa Dagaagaatti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera. M/M/O/Magaalaa Adaamaatti
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa
Tender details
- Deadline: 2026-08-03
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-08-03 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 09, 2026)
- Posted at: 2026-07-14T08:26:52.000Z