Property and building foreclosure
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
M/Abbaa Mirgaa Aadde Masarat Tarrafaa faa N-3 fi M/A/Idaa Aadde Birhaaneenash Shigguxee faa N-5 jidduu falmii raawwii jiru mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Dhaddacha Araaraa keessatti maqaa Obbo Tafarraa Waacheetiin galmaa'ee ballina M² 580 irratti argamu, lakk. kaartaasaa 1596/73 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 4,413,913.32n gaafa 02/12/2018 sa'aatii 3:30 - 6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun bakka qabeenyi kun argamutti Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Aanaa Dhaddachaa Araaraa keessatti guyyaafi sa'aatii jedhametti qaamaan argamuudhaan bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.M/M/O/ Magaalaa Adaamaatti
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
Tender details
- Deadline: 2026-08-08
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-08-08 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 09, 2026)
- Posted at: 2026-07-14T08:31:38.000Z