Baankiin Siinqee W.A Mana jireenyaa gurguruu barbaada

Description

Beeksisa Caal-baasii

Lakk.BS/KTS/036/2018

Baankiin Siinqee W.A Qabeenyota armaan gadii bu'uura Aangoo Labsii lakk.97/1990(akka foya'eettii) tiin kennameefiin gurguruu barbaada

TL

 

Maqaa Liqeeffataa

 

Maqaa Namaa qabeenya

qabsiisee

 

Damee Liqeesse

 

Teessoo fi ibsa Qabeeya Caalbaasiif dhiyaatee,

Ka'uumsa

Caalbaasii

Qarshidhaan

 

Yeroo Caalbaasilin itti gaggeeffamu

Marsaa Caalbaasil ba'e

 

Qabeenya

Caalbaasiif

dhiyaate

Magaala/Kutaa Magaalaa/ Aanaa/ Gandaa

Lakka kaartaa

 

Bal'ina

Lafaa

 

Guyyaa

 

sa,aatii

1

Tigist Asaffaa Jiraataa

 

Tigist Asaffaa Jiraataa

 

Abishee Garbaa

 

Mana jireenyaa

 

Godina H/Gud/ Wallaggaa-

Magaalaa Shaambuu Ganda 02

2542/MMLM/02-10

 

450 M²

 

487,580.74

 

04/12/2018

4:30-6:00

1ffaa

2

Guddisaa Taaddasaa Miijana

Guddisaa Taaddasaa Miijana

 

Abishee Garba

 

Mana jireenyaa

 

Godina H/Gud/ Wallaggaa Magaalaa Shaambuu Ganda 01

1561/MMLMSH/2-07/07

160M

 

449,087.36

 

04/12/2018

8:30-10:00

1ffaa

Dambiiwwan Caalbaasii:

1) Dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraa dorgomaa gatii ka'uumsa Caalbaasichaa 1/4ffaa Ajaja Baankii /C.P. O/ dhaan mirkanaa'e qofa qabsiisuun galmaa'uun dorgomuu ni danda'a. Dorgomaan Caalbaasiicha mo'ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo'ate kaffalee xumuruu qaba. Kan hin xumurre yoo ta'e, qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta'ee, Caalbaasichi kan haqamu ta'a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba'uun uumamuuf itti gaafatamaa ta'a.

2) Dorgomaan caalbaasii irratti gatii ol'aanaa dhiyeesse caalbaasichaa mo'aachuu isaa qaama dhimmi ilaaluun erga mirkanaa'een booda xalayaa mo'aataa ta'uu isaa ibsu kennamaaf.

3) Dorgomtoota Caalbaasicha mo'atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O'n qabsiisan guyyuma sana deebi'aaf.

4) Caalbaasii irratti argamuu kan danda'u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenyaa ykn bakka bu'aa seeraa isaanii qofa ta'a.

5) Caalbaasichi kan adeemsifamu bakka qabeenyichi itti argamutti ta'a.

6) Guyyaa caalbaasiichaatti sa'a 4:30-5:00tti yeroo galmee dorgomtoota ta'ee sa'a 5:00 irraa eegalee galmeen dorgomtootaa hin jiraatu, sa'a 5:00 irraa eegalee hanga sa'a 6:00tti yeroo caalbaasiin adeemsifamu ta'a.

7) Kaffaltii jijjirraa maqaa akkasumas kaffaltii liizii fi kanneen biroo bitataan bu'uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa'ee/dirqamu kanneen Taaksii waliin walqabatan bitataan/mo'ataan battala Caalbaasii mo'atee qabee kan kaffalu ta'a.

8) Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu'ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu'insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.

9) Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen haquuf mirgi isaa kan eegamedha.

10) Namni qabeenya Caalbaasiif dhiyaate kana ilaaluu barbaadu, Dameelee liqeessaa beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda'a.

11) Dorgomaan moo'ataa caalbaasiti kan jedhamu moo'ataa ta'uu isaa kan ibsu barreeffamaan yeroo xalayaan harka isa gahu qofadha

12) Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-557-6016), Distiriktii Naqamtee 0576603334 ta'e irratti bilbiluun gaafachuun ni danda'a.

Baankiin Siinqee W.A


Tender details

  • Deadline: 2026-08-10
  • Publishing entity: Siinqee Bank Share Company
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jul 09, 2026

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders