Property and building foreclosure

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa mana jireenyaa gurguruu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii

R/himataan Waldaa Aksiyoona Qusannaa fi Liqaa Wasaasaa Damee Walisoo fi R/himatamtoota 1 ffaa Obbo Bilisummaa Gazzaahaany, 2ffaa Obbo Duulaa Gazzaahaany, 3ffaa Aadde Naanaatii Taaddasaa jidduu falmii raawwachiisa murtii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Lakk.Kaartaa isaa W/1159/94 ta'e lafa bal'ina M²374 irratti Magaalaa Walisoo Ganda Ayeetuu keessatti maqaa Obbo Indashaawu Gazzahaanyiitiin galmaa'ee jiru ka'umsa Caalbaasii qarshii 1,341,093.87 (miliyoona tokkoofi kuma dhibba sadiifi afurtamii tokkoofi sagaltamii sadiifisaabtima saddeettamii torba)tiin gaafa 09/12/2018 sa'aatii 3:30 hanga 6:30'tti caalbaasiin ifaa ta'een waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan iddoo qabeenyi kun argamutti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-08-15
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-08-15 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 16, 2026)
  • Posted at: 2026-07-17T08:25:24.000Z
← Back to all tenders