Property and building foreclosure

Mana Murtii Aanaa Magaalaa Naqamtee mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii Marsaa 1ffaa 

R/Himattuu Aadde Daraartuu Fiqaaduufi R/ Himatamaa Obbo Maatiwoos Gabree gidduu falmii dhimma raawwachiisaa jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Naqamtee Ganda 02 keessatti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 860,000n gaafa 07/12/2018 sa'aatii 2:30 - 6:30tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Magaalaa Naqamtee 


Tender details

  • Deadline: 2026-08-13
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-08-13 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana murtii Aanaa magaalaa naqamtee
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 16, 2026)
  • Posted at: 2026-07-17T08:30:06.000Z
← Back to all tenders