Property and building foreclosure

Mana Murtii Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

Murtii Abbaa Mirgaa Baankii Siinqee Damee Baatuufi Murtii Abbaa Idootaa Waldaa Shariikaa Gosaayee Kamaaliifi Hirootaa Hojii Daldalaa Shaqaxaa jidduu falmii raaawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Baatuu Ganda Tulluu keessatti maqaa Murtii Abbaa Idaa 2ffaan galmaa'ee argamu. Lakk.Kaartaasaa BIFL/1135/1635/2015 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 639,791.09n gaafa 01/12/2018 sa'aatii 3:00-6:30tti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namnoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa.

 


Tender details

  • Deadline: 2026-08-07
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-08-07 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 16, 2026)
  • Posted at: 2026-07-17T08:33:40.000Z
← Back to all tenders