Godinaa Harargee Bahaatti kan argamu Waajjirri Maallagaa Aanaa Qarsaa Bara Baajataa 2019tti Caalbaasii Ifaa baasee meeshaalee armaan gadirri tarreeffaman bituu barbaada
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa
Godinaa Harargee Bahaatti kan argamu Waajjirri Maallagaa Aanaa Qarsaa Bara Baajataa 2019tti Caalbaasii Ifaa baasee meeshaalee armaan gadirri tarreeffaman bituu barbaada.
Meeshaalee maneen hojii Aanichaaf barbaachisan:-
- Meeshaalee Barruu
- Meeshaalee Qulqullinaa
- Meeshaalee Elektrooniksii
- Meeshaalee Faarnicharaa
- Uffaataa Dambii Hojjattootaa
- Meeshaalee Spars Part Motor Saaykilaa
- Gommaa Konkolaataa
Dorgomtoonni caalbaasii kanarratti hirmaachuu baarbaaddan beeksisa gaafa guyyaa 15/11/2018 bahe irraa dubbisuudhaan sanada caalbaasii hin deebine Qarshii 1000 (kuma tokkoo) Waajjira Maallaqaa Aanaa Qarsaa Kutaa Bittaatii sa'aatii hojii mootummaatti bitachuu ni dandeessu.
Daldaltootni ulaagaalee armaan gadiitti tarreeffaman guuttan dhuftanii bitachuu nidandeessu.-
- Eyyama daldalaa qabaachuu.
- Eyyamaa daldalaa bara 2019 kan haaromseefi xalayaa qulqullinaa kaffalaa gibiraa ibsu Waajjira Galiiwwaaniirraa dhiyeessuu kan danda'u.
- VAT galmaa'aa ta'uu qofaa osoo hin 50% ykn 7.5% kan Aanaa ittiin dorgomeef kafaluu kan dandahu.
- Tin Namberii qabaachuufi kabachiisa caalbaasii (CPO) Qarshii 60,000 (Kuma jahatama) qabsiisuu kan dandahu.
- Sanadichi dorgomaa kamiyyuu haqaafi laaqaa yoo qabaate kufaa taha.
- Kabachifnii caalbaasii qarshiin kan hin qebaalee tahuu hubachuu qabdu.
- Kabachiifni CPO karaa baankiilee naannawaa keenyaatiin yoo tahe haalan filatamaadha.
- Dorgomaan kamuu Oraafatee yoo kaan dhufuu tahee sanadichii isaa kuufadha.
- Dhaabbatni Daldalaa ulaagaalee armaan olitti eeraman guutee argamu raga orijinaalaa fi koppii waliin ragaa guuttanii gaafa guyyaa 15/11/2018 irraa hanga 6/12/2018 sa'aatii 4:00 irratti cufamee guyyaa 6/12/2018 sa'aatii 4:30 irratti bakka dorgomtoonni ykn bakkaa bu'oonni seera qabeessa jiranittii banama.
Odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa bilbilaa 09 30 10 59 57/ 09 13 78 68 50
Godina Harargee Bahaatti Waajjira
Maallaqaa Aanaa Qarsaa
Tender details
- Deadline: 2026-08-12
- Publishing entity: Godina Harargee Bahaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Qarsaa
- Bid bond: Qarshii 60,000.00
- Bid document price: Qarshii 1000.00
- Published: Jul 22, 2026
- Posted at: 2026-07-22T08:15:23.000Z
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.