Property and building foreclosure
Mana Murtii Aanaa Sabbataa Awaas mana jireenyaa gurguruu barbaadaa
Description
Beeksisa caalbaasii
M/A/Mirgaa Aadde Maartaa Katamaa fi M/A/Idaa obbo Gazzaahany jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Kutaa Sadii qorqorroo lukii 70 irraa qabu Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Tulluu Araaraa keessatti argamu gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 500,000tiin gaafa 30/11/2018 sa'aatii 3:00-6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 25% CPO qabsiisuun iddoo manni kun itti argamutti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera,
Mana Murtii Aanaa Sabbataa Awaas
Tender details
- Deadline: 2026-08-06
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-08-06 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Sabbataa Awaas
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 23, 2026)
- Posted at: 2026-07-27T10:52:45.000Z