Property and building foreclosure
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Lixaa mana jireenyaa gurguruu barbaadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii Marsaa 2ffaa
M/A/Mirgaa Obbo Geetaachoo Kooruufi M/A/Idaa Silaash Balaay gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Murtii Abbaa Idaa kan ta'e Bulchiinsa Magaalaa Gimbii Ganda 03 keessatti argamu,Lakk. fi Lakk. addaa cittuu lafaa OR014010703007 Kaartaasaa ETH000010296480 kan ta'e,gatii olaanaaargameen Gaafa 30/11/2018 sa'aatii 3:00 6:30tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan bakka qabeenyi kun argamutti dhiyaattanii dorgomuun bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Lixaa
Tender details
- Deadline: 2026-08-06
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-08-06 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Lixaa.
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 23, 2026)
- Posted at: 2026-07-27T10:57:06.000Z