Property and building foreclosure

Mana Murtii Aanaa Waacaalee mana jireenyaa gurguruu barbaadaa

Description

Beeksisa caalbaasi

R/himataan Waldaa Aksiyoona Faayinaansii Xiqqaa Gaashaafi R/himatamtoota Obbo Tasfaayee, Isheetuu fa'aa N-2 jidduu falmii raawwii murtii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Muka Xurii Ganda Gololchaa keessatti ballina M2200 irratti argamu, Lakk.Kaartaasaa WBIFLM28/2013 kan ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 700,000.00n gaafa 26/11/2018 sa'aatii 3:00-6:00tti caalbaasii ifaan dorgomaa gatii olaanaa dhiyeessetti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 25% hakatti qabachuun iddoo manichi argamu, Bulchiinsa Magaalaa Muka Xurrii Ganda Gololchaa keessatti qaamaan argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Waacaalee

 


Tender details

  • Deadline: 2026-08-02
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-08-02 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Waacaalee
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 23, 2026)
  • Posted at: 2026-07-27T11:13:00.000Z
← Back to all tenders