Property and building foreclosure
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Dambalaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
M/Abbaa Mirgaa Aadde Fooziyaa Kamaal fi M/Abbaa Idaa Keeyiree Waaballaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee 1 ffaa mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Aanaa Wanjii keessatti maqaa raawwiin himatamaan galmaa'ee ballina M² 212,84 irratti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,114,122.50n 2ffaa madaallii/miizana midhaanii= gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 50,000n,3ffaa saayilii tokko gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 20,000n gaafa 17/12/2018 sa'aatii 3:30-6:00tti caalbaasiin ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO baankiitti qabsiisuun Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Dambalaa Aanaa Wanjiitti iddoo qaxanaa 1ffaa naannoo mana barumsa oolmaa daa'immanii kaatoolikii jedhamee beekkamutti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Dambalaa
Tender details
- Deadline: 2026-08-23
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-08-23 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Dambalaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 30, 2026)
- Posted at: 2026-08-03T07:29:13.000Z