Property and building foreclosure
Mana Murtii Aanaa Boosaat mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa caalbaasii
M/A/Mirgaa Yaamii Gammachuu faa N-4 fi M/A/Idaa Obbo Gammachuu Bantii jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Olincitii Ganda Laga Odaa keessatti ballina M² 300 irratti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 467,468n gaafa 15/12/2018 sa'aatii 3:30 6:30tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii ¼ qabsiisuun iddoo, guyyaafi sa'aatii jedhametti waraqaa eenyummaa keessan qabattanii dhiyaachuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Boosaat
Tender details
- Deadline: 2026-08-21
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-08-21 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Boosaat
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 30, 2026)
- Posted at: 2026-08-03T07:50:36.000Z