Property and building foreclosure
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Luugoo mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
R/Himataan Obbo Yaabsiraa Admaasuufi R/Himatamaan Obbo Balawu Tafarraa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Fiichee Ganda Caffee keessatti maqaa Aadde Tsahaay G/Igzaahibiheeriitiin galmaa'ee ballina M² 540 irratti argamu, Lakk. Kaartaasaa Fa/136/8 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,500,000n gaafa 01/12/2018 sa'aatii 4:30 - 6:30tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun bakka manni jireenyaa kun argamutti guyyaafi sa'aatii jedhametti waraqaa eenyummaa keessan qabattanii qaamaan argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.Odeefannoo Dabalaataatiif 09 11 79 87 13 M/M/ O/M/Adaamaatti
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Luugoo
Tender details
- Deadline: 2026-08-07
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-08-07 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Luugoo
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 30, 2026)
- Posted at: 2026-08-03T07:57:32.000Z