Stationery and office consumables
Waajjira Mallaqaa Aanaa Gooroo Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqulliinaa, Meeshaalee Dhaabbataa Biiroo Keessa, Dhumaata,Meeshaalee fi Farnicharoota Uffata Seera, Gatii Hodhaa Uffata Seera, Electrooniksii, Motor Saayikilii, Meeshaalee Konkolaataa I
Description
Beeksisaa Caalbaasii Ifaa Bittaa Meeshaalee
Lakk.01/2019
Godinaa Baalee Aanaa Gooroottii Waajjirrii Maallaqaa Aanaa Gooroo Seektaroota isaan jala jiraaniif Bara Baajata 2019'f Kan Ooluu; Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqulliinaa, Meeshaalee Dhaabbataa Biiroo Keessa, Dhumaata,Meeshaalee fi Farnicharoota Uffata Seera, Gatii Hodhaa Uffata Seera, Electrooniksii, Motor Saayikilii, Meeshaalee Konkolaataa Ijaarsaa, Gommaa Motorootaa, Meeshaalee BLTO, Meeshaalee Hospitaala, Nyaataa Hospitaala Meeshaalee Sagantaalee garagaraa fi kan biroos Caalbaasii Ifaan Dorgomsiisee Bituu Waan Barbaaduuf Dhaabbaanni Uulaagalee armaan gadiittii guuttaan Hundii Dorgomuu ni danda'uu.
Uulaagaa Caalbaasii Dorgommichaaf barbaachisu.
1. Dorgoomaan Hayyamaa Seera Qabeessa Hojiiwwaanm Kanaa Kan qabuu fi Gibira Bara 2018 Kan Kafalee
2. Ragaa VAT,Lakkofsa TIN, fi Nagahee Beekamtii Ab/Ta/Galiiwwaan kan qabuu Dhiyeessuu qaba.
3. Dorgomtoonnii Galmee Dhiyeessitoota irraattii Galmaahuu Isaaniif Ragaa Dhiyeessuu Kan Danda'aan.
4. Dorgoomtoonnii Kabaachisaa Caalbaasii CPO'n Qarshii 70,000'n{Kuma Torbataama } Qabsiiisu qabuu.
5. Dorgooman Mo'ataa yoo ta'ee Kabaachisaa Wali galtee Gatii Walii galaatiif 10% qabsiisuun Walii galtee Mallatteessuu qaba.
6. Caalbaasin kun Kan banamuu Guyyaa Beeksifnii Kun Gazeexa Kallachaa Oromiyaarraattii Maxxanfamee bahee irraa Eegalee Guyyoota Hojii Walittii Aanaan 15'n {Kudhaa Shan }Keessaattii Sanadaa Waa'ee Meeshaalee Kan Ibsuu Qarshii hin deebinee 2000 (Kuma Lama} Waajjira Mallaqaa Aanaa Gooroo Biiroo Lakk 4 ttii kafaluun Sa'aatii Hojiittii Bitaachuu ni dandeessuu.
7. Guyyaan Dorgoommii Gaafa Guyyaa 16ffa Sa'aatii 4:00ttii Sanduuqnii Caalbaasii Saamsamee Sa'aatii 4:30ttii Dorgomtoonnnii Ykn Bakkaa Bu'ootnii Seera Bakkaa argamaniittii Ifaan ni Banamaa.
8. Guyyaan Dorgommii Guyyaa Hojii Yoo hin taanee Guyyaa Hojii ittii Aanuuttii Kan darbuu ta'a.
9.Dorgomtoonnii Sanadaa Caalbaasii Orjinaalaa fi Footoo Kooppii,Hayyaamaa Isaanii Footoo Kooppii Wajjiin Poostaa garagaraatiin Samsaanii Maqaa fi Chaappaa isaanii irraattii Dhahamee Dhiyeessuu qabuu .Akkasumas Dorgoomaan
10. Dorgomtoonnii Hayyamaa isaanii irraattii hundaa'uudhan Meeshaalee Barbaadan irraattii Dorgoomuu ni danda'uu haa ta'uu Malee Baay'inaa gaafatamee Keessaa hir'isuun fi Hanbisuun hin danda'amuu.
11. Waajjirrii Gatii Meeshaa Kan Kafaluu Meeshaa Ajajamaan Guutuumaan Guututtii Yoo Dhiyeessan ta'aa.
12. Gatiin Dhiyaatuu VAT Waliin ta'uu isaa Ifaan Ibsamuu qaba.
13. Dorgomtoonnii Caalbaasichaa Injifaachuu Isaanii Xalayaadhaan ergaa Ibsameef Walii galtee Mallatteessuudhaan Battaluumattii Meeshaalee Ajajamaan Maraa Qopheeffachuu qabu.
14. Meeshalee Saamuda (Sample} Barbaadan Samuudni isaa kan qabatamee Dorgommiif Kan Dhiyaatan ta'aa
15. Waajjirrii Carraa biroo yoo argatee Caalbaasii Kana Walakkaaniis ta'ee Guutuumaan guututtii Haquudhaaf Mirgaa Guutuu qaba.
16. Dorgomtoonnii Mo'aatan Meeshaalee Mo'aatan Hanga Waajjiraa Mallaqaa Aanaa Gooroottii qabuu.Fageenyaa Dirqama Aanichaa Finfinnee irraa KM 475 Fagaattee Dhiyeessuuf argamtii.
Odeeffannoo Dabalataatiif Lakk. Bilbilaa.022 447 0168/23 tiin argaachu ni dandeessuu.Godinaa Baalee Aanaa Gooroottii
Waajjira Mallaqaa Aanaa Gooroo
Tender details
- Deadline: 2026-08-14
- Bid closing time: 10:00
- Bid closing (note): guyyaa 16ffaa s,aatti 4:00tti
- Bid opening: 2026-08-14 10:30
- Bid opening (note): guyyaa 16ffaa s,aatti 4:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Mallaqaa Aanaa Gooroo
- Bid bond: qarshii 70,000
- Bid document price: qarshii 2000
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 30, 2026)
- Posted at: 2026-08-03T08:09:19.000Z