Stationery and office consumables

Godina Gujiiti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Waadaraa Manneen Hojii Mootummaa Aanichaa keessatti argaamanif 1. Meeshaalee Barreesaa, 2. Qulqulleessaa, 3. Dhaabbii, 4. Dhaabbii Dhummataa, 5. Bittaa Elktrooniksii 6.Uffataa Seeraa hojjataa 7. Motoorsaakilootaa f

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa Marsaa 1ffaa

Godina Gujiiti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Waadaraa Manneen Hojii Mootummaa Aanichaa keessatti argaamanif 1.Meeshaalee Barreesaa, 2.Qulqulleessaa, 3.Dhaabbii, 4.Dhaabbii Dhummataa, 5. Bittaa Elktrooniksii 6.Uffataa Seeraa hojjataa 7.Motoorsaakilootaa fi Kkf Bara bajaata 2019 tiif caal-baasii ifaatiin wal-dorgomsisee bituu barbada. Kanafuu caal-baasii irrattii dorgomtootni hirmachuu barbadaan, bu'urumaa kanaa gaditti ibsameen dhiyaatanii dorgomuu ni danda'a.

1. Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanittin heeyyamaa daldalaa isaan seera qabeessa ta'ee gibira Bara Kana ittin kaffalan, facaatii /list/ kennaa tajajilaa keessa ragaa sanadootaa ittin galma'an fi Galma'a Faayinansii fi Ragaa lakkofsa TN fotoo kooppii isaa sanadaa caal-baasii waliin qabsisaani dhiyyeesuu qabu.

2. Dorgomtooni dhiyaatan galma'aa taaksii dabaltaa (VAT) galmaa'uu isaanitiif ragaa fotoo kooppii dhiyeeffachuu kan danda'an ta'uu qaba.

3. Dorgomtootni sanada Caalbaasii guyyaa beeksifni Kun Gaazexaa Kallachaa Oromiyaan ba'ee eegalee guyyota hojii 15/ kudha shan/ keessaattii yeroo hundaa sa'aati hojii maallaqa hin deebine qr. 100.00 (dhibba tokko) kaffaluun Garee bittaa Waajjira Maallaqaa Aanaa waadaraa lakk. 9tti mdhiyaachuun sanadicha bitachuu ni danda'uu.

4. Dorgomaan kaamiyyuu kabachiisa Caalbaasiif kan oolu gatii tilmammaa bittaa waligalaa % 2 maqaa Waajjira Maallaqaa Aanaa waadaraatiin CPO Baankiidhaa mirkanaa'e sanada Orijinaala caalbaasicha waliin qabsiisee dhiyeessuu qaba.

5. Dorgomtootni sanada caalbaasichaa Meeshaalee Barreesaa, Qulqulleessaa, Dhaabbii, Dhaabbii Dhummataa fi Uffataa Seeraa 'poostaa samiin saamsameen, Orjinaalaa fi kooppii addaan baasuun eega guyyaan bittaa sanada caalbaasii guyyaa hojii 15ffaa dhummate guyyaa 16ffaati sa'aa 4:00 irratti W/Maallaqaa Aanichaati kutaa lakk.9tti Saanduqa Caalbaasichaa kanaaf qophaa'e keessa galchuu qabu.

6. Caalbaasichi gaafa guyyaa 16ffaa sa'aati 7:30tti dorgomtootni ykn bakka bu'oonni seeraa isaanii, akkasumas taajjabdoonni bakka argamanitti guyyama kana galma Waajjira Maallaqaa Aanaa Waadaraakeessatti banama.

7. Mo'ataan caal-baasii meeshalee ittiin mo'atee hundaa hanga Waajjira Maallaqaa Aanaa Waadaraatii dhiyeessuu qaba.

8. Afaan caalbaasichii ittinii geggeeffamuu Afaan Oromiffaatiin ta'a.

9. Dorgomtootni Hojii Malaamaltumaa fi Burjaajessuu irra Bilisaa ta'uu isaanii fi seera mootummaa federaalaa fi kan naannolee kabajuu isaanitiif, sanadichaa cal-baasii waliin unkaa wal qabatee jiru irrattii mallateessuu qabu.

10. Dorgomtootni kamiyyuu sanada cal-baasii yeroo deebisan sanada bitan jijjirus tahe keessaa hir'isaan,iddii mallataa'uu qabuu hunda irrattii mallattesuun debisuu qabu. Gara=

11. Caalbaasicha kana Gufachiisuuf dogomaan yalii godhee caalbbasin ala ta'anii fuuldurattismootummaaf keessatti kan hin dorgomne yammuu ta.u mallaqni kabachisisaa caalbaasii dhaalmee mootummaaf galii ta'a

12. Dorgomaan kamiyyuu caabaasichaa erga banamee booda sanadicha caalbaasiii irratti kan ibsaman haala kamiyyuu jijjiruu ykn fooyyesuu ykn caalbaasicha dhiisee jira jechuun hin danda'amu.13. Waajjirichi filannoo fooyya'e yoo argatee caal-baasichaa guutummaan guututti ykn gar-tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan kan eegame dha

Odeeffannoo Dabalataaf;- Lakk. Bilbila 046 243 0020 ykn Lakk. Mobile 09 16 43 25 93, ykn 09 26 43 43 56 ykn 09 13 14 97 60

Waajjira Maallaqaa Aanaa Waadaraa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-08-14
  • Bid closing time: 10:30
  • Bid closing (note): guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:00tti
  • Bid opening: 2026-08-14 13:30
  • Bid opening (note): guyyaa 16ffaa sa,aatti 7:30tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Waadaraa
  • Bid bond: 2%
  • Bid document price: qarshii 100
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 30, 2026)
  • Posted at: 2026-08-03T08:46:24.000Z
← Back to all tenders