Stationery and office consumables
God/H/Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Makannisa Oromoo bara baajetaa 2019tti seekteroota aanichaatiif kan barbaachisu meeshaalee barruu qulqullina dhumoo biiroo keessa farnicharootaa fi elektroniksii akkasumaas, meeshaalee konkolaataa fi mootorsaayikil
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Bara 2019
God/H/Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Makannisa Oromoo bara baajetaa 2019tti seekteroota aanichaatiif kan barbaachisu meeshaalee barruu qulqullina dhumoo biiroo keessa farnicharootaa fi elektroniksii akkasumaas, meeshaalee konkolaataa fi mootorsaayikilaa caalbaasii ifaatiin waldorgomsiisee bituu barbaada.
Haaluma Kanaan dorgomtootni ulaagaa asin gaditti tuqamee kana guuttan akka dorgomtan isin afeerra.
1. Hayyama daldalaa seera qabeessa bara 2019 kan haaroomee dhiheessu kan danda'u.
2. Gibiira kaffaluu isaatiif raga dhiheessuu kan danda'u.
3. Ragaa hayyama dhiheessii seera qabeessa dhiheessuu kan danda'u.
4. Ragaa galmaawa vaatii fi tot dhiheessuu kan danda'uu.
5. Adabbii bittaa mootummaa irraa bilisa kan.tahe.
6. Guyyaa beeksisni caalbaasii qilleensarra oolee kaasee guyyoota hojii kudha shaniif/15/f erga qilleensarra turee kaase guyyaa 16ffaa bakka dorgomtootni ykn bakka bu❜oota seera qabeessa akkasumaas taajjabdootni argamanitti sa'aa 3:30tti cufamee sa'aa 4:00tti banama.
7. Dorgomaan kabachiisa caalbaasiitiif qr. 10,000 ykn cpo baankiin mirkanaawe dhiheessuu irraa jiraata.
8. dorgomaan Sanada caalbaasii qr. 500 kan hin deebinee dhiheessuuudhaan waajjira maallaqaa aanaa makannisa oromootii bitachuu irra jiraata.
9. Dorgomaan Sanada calbaasii yeroo deebisuu kooppi fi orijinaala addatti ashaguudhaan samiin saamsee deebisuu irra jiraata.
10. dorgomaan Sanada caalbaasii osoo baniinsi caalbaasi hin gahiin duratti sanduqaa caalbaasif qophaawe keessatti galchuu irra jiraata ykn guyyaa eaalbaasin banamu qaamaan qabatee dhihaachu irra jiraata.
11. Sanadnii caalbaasii haqaa fi laaqaa qabuu fudhatamaa hin qabu. Hubachiisa: Qaamni bittaa raawwatu karaa fooyyawa yoo argatee caalbaasichaa gutumaan guututtii ykn gartokkeen haquir mirga guutuu qaba.
Lakk. 09 29 97 71 06/ 09 15 06 82 61/ 09 11 29 30 03/ 09 13 48 71 987
God/H/Bahaatti Waajjira Maallaqaa
Aanaa Makannisa
Tender details
- Deadline: 2026-08-24
- Bid closing time: 12:00
- Bid closing (note): guyyaa 16ffaa sa'aa 3:30tti
- Bid opening: 2026-08-24 12:00
- Bid opening (note): guyyaa 16ffaa sa'aa 4:00tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Harargee Bahaattii Waajjira Maallaqaa Aanaa Makkanniisa Oromoo
- Bid bond: Qarshii 10,000.00
- Bid document price: Qarshii 500.00
- Published on: Addis Zemen (Aug 06, 2026)
- Posted at: 2026-08-06T07:37:38.000Z