Stationery

Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo Waajjimi Mal laqaa Aanaa Yaaballoo bara baajataa 2019ti Waajjiraalee Mootummaa Aarichal kan oolu meeshaalee barreeffamaa, meeshaalee quiqullinaa, meeshaales human dhaabbii biiroo meeshaalee elekti

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo Waajjimi Mal laqaa Aanaa Yaaballoo bara baajataa 2019ti Waajjiraalee Mootummaa Aarichal kan oolu meeshaalee barreeffamaa, meeshaalee quiqullinaa, meeshaales human dhaabbii biiroo meeshaalee elektirooniksii, fariicheroota, uffata seeraa hojjetonta mootummaa, dogdoqqeewwaniifi gommaa konkolaataa caalbaasii ifaan dorgomaisee bituu barbaada.

Kanaafuu dorgomtoonní dorgomuu barbaadan:

  • Eeyyama daldalaa bara 2019 haaromfame, waraqaa ragan kaffalan gibira mootummaa, galmaa'aa gibira dabalata qabeenyaal VAT),TIN No. kan ge ban ta'uu qabu.
  • Tokkoon tokkoon dorgomtootaa kabachiisa caalbaasíí tokkoon tokkoo mes shaalee farmiicheriifi meeshaalee elektirooniksiif Qarshii 20,000 (Kuma Digdama)fi sanadootaa kan biroof tokkoon tokkoo isaaniif Qarshii 10,000 (Kuma kudhan) cheekii baankiin mirkanaa'ee (CPO) ykn maallaga dheed hii guyyaa sanadni caalbaasii galu waliin galchuu qabu.
  • Dorgomtoonni guyyaa beeksifni kun bahee jalqabee guyyoota hojii 15 (kud-ha shan) yeroo hojii sa'aatii 2:30 hanga 6:30 fi 7:30 hanga 11:30 qarshii hin deebine Qarshii 1000 (Kuma tokko) tokkoon tokkoo sanadaaf kaffaluun sanada caalbaasii Waajjira Maallagaa Aanaa Yaaballoo kutaa bittaatii argamuun bitachuu ni dandeessu.
  • Dorgomtoonni sanada caalbaasii guyyaa beeksifni bahee qabee guyyaa 16ffaa irratti guyyaa keessaa hanga sa'aatii 4:30tti saanduga caalbaasii qophaa'e keessa galchuu qaba.
  • Caalbaasin kan banamu guyyuma kana sa'aatii 8:00 iddoo dorgomtoonni ykn bakka buutonni argamanitti ta'ee guyyaan kun guyyaa hojii yoo ta'uu baate guyyaa hojii itti aanu sa'aatii 8:00tti ta'a.
  • Dorgomtonni meeshaalee caalbaasiif dhiyaatan mo'atan Waajjira Maallaqaa A/Yaaballoo mana kuusaatti gatii fe'iisaafi buusuu danda'uun meeshaa galii taasisuu qabu.

Hubachiisa

  • Waajjirrichi mala bittaa foayya'aa yoo argate caalbaasii guutumaan guutuutti ykn walakkaan haquuf mirga guutuu qaba
  • Meeshaalee barreesaa, meeshaa qulqullinaa, uffata seeraafi meeshaalee adda addaa saampiliin dhiyaachuu qaba.
  • Dorgomtoonni yeroo gatii meeshaalee sanada caalbaasii irratti guutan gatii fe'iisaa dabalanii guutuun

Odeeffannoo dabalataatiif: Bilbila: +251911542867

Godina Booranaatti Waajjira Maallagaa

Aanaa Yaaballoo


Tender details

  • Deadline: 2026-08-27
  • Bid closing time: 10:30
  • Bid closing (note): guyyaa 16ffaa sa'aatii 4:30tti
  • Bid opening: 2026-08-27 14:00
  • Bid opening (note): guyyaa 16ffaa sa'aatii 8:00tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Booranaatti Waajjira Maallagaa Aanaa Yaaballoo
  • Bid bond: Lootii adda addaatiif adda adda
  • Bid document price: Qarshii 1000.00 tokko tokkoon
  • Published on: BARRIISAA (Aug 09, 2026)
  • Posted at: 2026-08-10T09:30:51.000Z
← Back to all tenders