Stationery

Waajjirri Maallaqaa Bul. Magaalaa Hoolataa bara baajataa 2019 tiif Meeshaalee Adda Adda kan Oolaan Caalbaasii Ifaatiin dorgomsiisee bituu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii

Waajjirri Maallaqaa Bul/Magaalaa Hoolataa bara baajataa 2019 tiif Meeshaalee Uffata Seeraa, Gaatii hodhaa uffataa seeraa, Meeshaalee Baarreeffamaa, Meeshaalee Qulqullina, Meeshalee Dhaabbii, Meeshaalee Ijaarsaa, Meeshaalee Elekitirooniksii, Gommaa Konkolaatawwaanii, Suphalee Konkolataa fi Suphalee Motor Saaykilii Maxansalee fi Sagantaa yeroo garaa garaa akka Maagalati Gagefamufi Keesumeesituu adda adda fi Gaatii Harkaa hodhaa Uffataa sera fi Dikoreshiniiwwan Sagantaa Adda Adda kan Oolaan Caalbaasii Ifaatiin dorgomsiisee bituu barbaada.

Kanaafuu, Daldaaltonni ulaagaalee arman gadii guuttan hundi dorgomuu dandeessuu.

1. Eeyyama daldalaa gosa meeshicha irratti dorgomu kan qabu,eyyama haarome kan qabuu fi Gibira bara kanaa kan kaffale.

2. Ministeera Maallaqa Walta'iinsa Dinagdee irraa Dhiyeessan galmaa'ee Waraqaa Ragaa kan qabu.

3. Dorgomtootni Galmaa'aa VAT ykn TOT ta'uu isaa ragaa dhiyeessuu kan danda'u.

4 Kabachiisa caalbaasiitiif qarshii 150,000(kuma dhibaa Tokko qofa) CPO Baankiidhan Sinqeedhan Qofaa kan Mirkanaa'e fi Daldalaan Dorgommicha mooa'te gatii waliigala mo'ate irraa 10% Baankiidhan qabsiisuu kan danda'u.

5. Dorgomaan Dorgommicha mo'ate meeshicha baasii mataa isaatiin hanga Waajjira Maallaqaa Bul.Mag Hoolataatti dhiyeessuu kan danda'u.

6. Waajjirichi Qulqullina Meeshichaa mirkaneeffachuu yoo barbaade samuuda fudhachuu ni danda'a

7.Dorgommichi Beeksifni Caalbaasii Gaazexaa Kallachaatiin guyyaa ba'e irraa eegalee Walitti aansee guyyoota hojii 15(kudha shanii) Qilleensa irra kan oolu yoo ta'u gaafa guyyaa 16ffaa sa'aa 8:30 irratti kan xumuramu fi guyyuma kana sa'aa 9:00 irratti dorgomtootni ykn bakka bu'aan Seeraa qabeessaa iddoo jiranitti ifatti kan banamu ta'a.

8.Dorgomtootni Sanada Caalbaasii qarshii hin deebine 1000(kumaa Tokko Qofa) Waajjira Maallaqaa Bankii Siingee lak. Akkawuntii Tel birr 518221 Operter ID 615783/181221 BMH lakk.1 bituu ni danda'u.

Hubachiisa:-Waajjirichi karaa fooyya'aa ykn filannoo biroo yoo argate Walakkaadhan ykn guutummaa guututti haquuf aangoo guutuu ni qabaata. Odeeffannoo Dabalataaf Lakk. Bilbilaa:- 0112370095: 0911045695: 09222034641 0921010777 Bilbiltanii gaafachuu ni dandeessu.

Waajjirri Maallaqaa Bul. Magaalaa Hoolataa


Tender details

  • Deadline: 2026-08-24
  • Bid closing time: 14:30
  • Bid closing (note): guyyaa 16ffaa sa,aatti 8:30tti
  • Bid opening: 2026-08-24 15:00
  • Bid opening (note): guyyaa 16ffaa sa,aatti 9:00tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjirri Maallaqaa Bul. Magaalaa Hoolataa
  • Bid bond: Qarshii 150,000.00
  • Bid document price: Qarshii 1000.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 06, 2026)
  • Posted at: 2026-08-10T10:37:30.000Z
← Back to all tenders