Stationery and office consumables

Godina Arsiitti Waajjiri Maallaqaa Aanaa Seeruu Bara Baajaata 2019ti Meeshaalee Adda aada bittu barbaadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Bara 2019

Godina Arsiitti Waajjiri Maallaqaa Aanaa Seeruu Bara Baajaata 2019ti Meeshaalee Baarreffaama, Qulquulinaa, Dhaabbi Xixxiqaa, Eleektironiksii, Faarnichaara, Uffaataa Seeraa, Gommaa Konkolaata fi kan biro Bittuu waan baarbaaduf doorgomtooni Ulaagaalee armaan gaadi gutaan Qarshii 200/dhibba lama/ kan hin deebine banki daldala Itoophiyattii kaffaluudhan akka doorgomtaan kan jeedhuu akka nuuf maxxansitan kabaajan isin gaafanna.

Ulaagaalee Dorgomtootaa

1. Dorgoomtoni Damee Hojii dhiyeessii meeshaalee kanaa Irratii Gurmaa'ani Fi Ragaa Hayyama daldalaa haroomsifamee kan qabu.

2. Dorgomtonnii Galmaa VAT ta'u isaanii Raga dhiyeeffachuu qabu.

3. Dorgomtootni Tarree Dhiyeessitoota keessatti galmaa tahuu isaaniitif raga dhiyeeffachuu qabu

 4. Dorgomtonni Xalayaa Gibiraa Bara 2018 Kaffaluu Isaani Waajjiraa A/T/G/Qaama Gibira Saassabuu Irraa Dhiyefaachu Qaban.

5. Waldaaleen IMX fi Dorgomtootnii dhuunfaan dorgoman yoo Jiraatan kabachiisaa caalbaasii Qarshii Kuma digdama /20,000/ CPO Bankii daldala Itoohiyatti qabsiisu qabu.

6. dorgomtoonii Hojii armaan dura Hojjattamaniif qulqullinnan hojjachuu isaanitiifi Adabbii bittaa irraa Bilisa ta'uu isaanii raga Dhiyeeffachuu kan danda'an ta'u qabu.

7. dorgomtoonii Waldaalee IMX ta'an xalayaa Waldhabbii dhuunfaa irraa bilisa ta'u kan ibsu dhiyeefachuu qabu.

8.waldaalen mIMX qaama seerummaa haaromsiifame dhiheeffachuu qabu

9. Waldaalen IMX aangoo bakka bu'ummaa waldaa waajjira abbaa alangaa irraa dhiheeffachuu qabu

10. Gatiin Dorgomtonnii Dhiyyessan Haala Qabatama Gabaa Naannotiin wal Madaaluu qabu.

11. Baayini meeshaalee dhiyaatuu parsanti 20 % dabaluus tahee hir'achuu ni danda'a.

12. Sanaada Dhiyaate Caalbasii Waajjiraa Waajjiraa Dhimmaa Maallaqaa Kanaaf Aanaa Seeruu Kutaa Adeemsaa Bitta Fi Bulchiinsa Qabeenyaa Motuummaa lakk. 20 Argachun Ni Danda'ama

13. Caalbaasiichi Guyyota hojii kudha shan 15) Qilleensarraa ture 20/12/2018 bhanga gaafa 21/12/2018 Sanduuqni Sa'aatii 4:00 Saamsamee Guyyumaa Sana Sa'ati 8:00 Bakka Dorgomtooni Ykn Bakka Bu'aan Argamu Waajjira Mallaqaa Aanaa seeruu kutaa Bittaa fi BQM Ni Banama.

14. Dorgomtoonni sanada Yaadaa dorgommii Guisaanii poostaa sadiin /3/ dhiyeeffachuu qabuu

15. Poosta Ulaagaa dorgomtoota Ibsuu.2 Poostaa Gatii Originaala fi 3. Poostaa Gatii Koppii

16. Dorgomtoonni Sanada Yaada Dorgommi Dhiyyeessan Irratti chaphaa geengoo, Maqaa Teessoo Fi Mallattoo Isaani Barreessu Qabu.

17. Dorgomtoonni ulaagaa taa'ee kana guutanii fi qulqullinaa meeshaalee gaafatamee kana eeguudhaan gatii gadii aanaa dhiyeeffatan kan Mo'atan ta'u.

18. Waajjirichi Filannoo Biraa Yoo Argaate Caalbaasicha Guutumaan Guutuuttis ta'ee Gar-Tokkeen Haquuf Mirga Guutu Qaba.

Oddeeffaanno Dabalataf Sa'aati hojii Mootummaati Lakk. Bilbiilaa +251910287116 Bilbiluun gaafaachuu ni dandeessuu.

Waajjiri Maallaqaa Aanaa Seeruu


Tender details

  • Deadline: 2026-08-27
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid opening: 2026-08-27 14:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjiri Maallaqaa Aanaa Seeruu
  • Bid bond: Qarshii 20,000.00
  • Bid document price: Qarshii 200.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 06, 2026)
  • Posted at: 2026-08-10T11:08:01.000Z
← Back to all tenders