Property and building foreclosure
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
M/A/Mirgaa Aadde Beteleeheem Ayinaalamifi M/A/Idaa nObbo Toomaas Dheeressaa jidduu falmii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Gooroo keessatti ballina M² 140 irratti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,198,768.5n gaafa 19/12/2018 sa'aatii 4:00 - 6:00tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii ¼ CPO qabsiisuun bakka manni jireenyaa kun argamutti guyyaafi sa'aatii jedhametti qaamaan waraqaa eenyummaa keessan qabattanii dhiyaattani dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
Tender details
- Deadline: 2026-08-25
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-08-25 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 06, 2026)
- Posted at: 2026-08-10T11:36:18.000Z