Property and building foreclosure
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Dambalaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
M/A/Mirgaa Dabballee Gadaa fi M/A/Idaa Obbo Gammadaa Badhaasoofi Makkiyaa Jundii jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Damblaa Aanaa Wanjii keessatti ballina M² 241 irratti argamu, lakk.kaartaasaa OR001190502008 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 652,926n gaafa 25/12/2018 sa'aatii 3:30-6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii ¼ CPO qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Dambalaa
Tender details
- Deadline: 2026-08-31
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-08-31 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Dambalaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 06, 2026)
- Posted at: 2026-08-10T11:39:08.000Z