Property and building foreclosure
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa G/Gujee mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
R/Himataan Obbo Darajjee Fedhasaa fi R/Himatamaa Obbo Heenook Kabbadaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa qorqorroo luukii 30 ofirraa qabu Aanaa Koloboo Saayitii Gohaa Misoomaa Naannoo Itti Murtaa'e keessatti maqaa raawwiin himatamaan galmaa'ee ballina M² 160 irratti argamu,mana kutaa sadi ofirraa qabu, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 463,000n gaafa 11/12/2018 sa'aatii 3:00-6:30tti caalbaasii ifaan gatii olaanaa argameen waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO Baankii Siinqeetti qabsiisuun dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa G/Gujee
Tender details
- Deadline: 2026-08-17
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-08-17 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa G/Gujee
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 06, 2026)
- Posted at: 2026-08-10T11:47:00.000Z