Property and building foreclosure
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Bahaa mana jireenyaa gurgurr barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
M/A/Mirgaa Mana Qopheessaa Magaalaa Naqamtee fi Murtii Abbaa Idaa 1faa Dhaabbata Ijaarsa Waliigalaa Koomtoo Itti Gaafatamummaan isaa Murtaa'e, PLC 2ffaa Latii Taaffasaa 3ffaa Taaffasaa Tolasaa 4ffaa Zannabech Duulaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Ganda 07 keessatti maqaa raawwiin himatamtuu 4ffaffaatiin galmaa'ee argamu, Lakk. Kaartaasaa 6406WBIFLMN/13 kan ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 6,862,497.23n gaafa 02/13/2018 sa'aatii 3:00 - 6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO dhiyeeffachuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Bahaa
Tender details
- Deadline: 2026-09-07
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-09-07 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Olaanaa Godina Wallaggaa Bahaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 06, 2026)
- Posted at: 2026-08-10T11:50:39.000Z