Property and building foreclosure

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Bahaa mana daldalaa fi mana ciisichaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisaa Caalbaasii 1 ffaa

Raawwiin Himataan Taaggalee Askiidom fi Raawwiin Himatamaan Askiidom Damballoo gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana daldalaa fi mana ciisichaa Magaalaa Guddattuu Arjoo Ganda 01 keessatti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,500,000n gaafa 25/12/2018 sa'aatii 3:00-6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO dhiyeeffachuudhaan qaamaan dhiyaattanii dorgormtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Bahaa.

 


Tender details

  • Deadline: 2026-08-31
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-08-31 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Bahaa
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 06, 2026)
  • Posted at: 2026-08-10T11:53:18.000Z
← Back to all tenders