Stationery

Godina Q/Wallaaggaatti Waajjira Mallaaqaa A/J/Horroo Tajaajila hojii Wajjiraaleef kan oluu, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Dhabbatoo, kan akka Furniture gargaraa, Meeshaalee Elektroniksii, Uffata Seeraa hojjeetootaa, akkasumaas fi Gommaa Konkolataa,

Description

Beeksisa Calbaasii Bittaa Meeshaalee

Godina Q/Wallaaggaatti Waajjira Mallaaqaa A/J/Horroo Tajaajila hojii Wajjiraaleef kan oluu, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Dhabbatoo, kan akka Furniture gargaraa, Meeshaalee Elektroniksii, Uffata Seeraa hojjeetootaa, akkasumaas fi Gommaa Konkolataa, akkaasumaas, caalbaasii dhaan bituu barbaanna.

Kanaafuu ulaagaaleen dorgommichaaf barbaachisan:

1. Heyyama hojii seera qabeessa kan qabu

2. Gibira hojii bara 2018kaffalee heyyama hojii 2019 kan haareffate

3. Galma'aa VAT fi lakkoofsa eenyummeessaa kaffalaa gibiraa(TIN) ka qabu

4. Tarreeffama dhiyeessitootaa keessatti galma'aa ta'uu isaatiif ragaa kan dhiyeeffatu

5. Sanada caal baasii qarshii hin deebine Qr 1000 n bitachuu kan danda'u.

6. Kabachiisa caal baasii [CPO] qarshii 20,000 bankii beekamtii qabutti qabsiisuu kan danda'u fi raga isaa kan dhiyyeeffatu

7. Ragaalee dorgommiif barbaachisan koppii isaa faayinsii fi Teekinka adda baasuun poostaa adda addaa lamatti samsee poostaa guddaa tokkon lachuu kan dhiyeeffatu

8. Mo'ataan calbaasichaa waan mo'atee irraatti kabachisa waliigaltee %10 qabsisuu kan danda'uu.

9. Waajjirri kun filannoo biraa yoo argate caal baasii kanaan hin dirqisiifamu

10. Yeroo galmee,

11. caal baasii gaafa 27/11/2018 hanga 5/13/2018 sa'a hojii mootummatti

12. Bakka galmee Waajjira Maallaqaa A/J/Horro Kutaa ttaa Lakk. 7tti

13. Guyaa caal baasiin itti banamu gaafa 3/1/2019 waaree dura sa'a 3:00 irratti bakka dorgomtoonni ykn bakka bu'oonni argamanitti

14. Bakki wal harkaa fuudhinsaa mana kuusaa W/M/A/J/Horroo

Odeeffannoo Dabalataaf lakk. Bil. 09 21 19 10 37 / 09 10 32 54 85

Waajjin Mallaaqaa Aanaa Jimmaa Horroo


Tender details

  • Deadline: 2026-09-10
  • Bid closing time: 17:00
  • Bid closing (note): Gaafa 27/11/2018 hanga 5/13/2018 sa'a hojii mootummatti
  • Bid opening: 2026-09-13 09:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjin Mallaaqaa Aanaa Jimmaa Horroo
  • Bid bond: Qarshii 20,000.00
  • Bid document price: Qarshii 1000.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 06, 2026)
  • Posted at: 2026-08-10T12:40:35.000Z
← Back to all tenders