Office Furniture

Godina Wallaggaa Lixaatti Aanaa Begii Bara Baajetaa 2019 tti Waajjiroolee Mootummaa Aanichaa keessa jiraniif caal-baasii ifaan dorgomsiisee meeshaalee adadaa bituu barbaada.

Description

Beeksisa Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Bara 2019

Godina Wallaggaa Lixaatti Aanaa Begii Bara Baajetaa 2019 tti Waajjiroolee Mootummaa Aanichaa keessa jiraniif caal-baasii ifaan dorgomsiisee meeshaalee dhumaatoo Biiroo meeshaalee barreefamaa,meeshaalee dhumatoo barnootaa, meeshaalee qulqullina,meeshaalee leenjii teekinikaa ogummaa,uffata seeraa gommaa konkolaataa fi Gommaa motor sayikilii, meeshaalee ijaarsaa, meeshaalee dhaabbatoo, meeshaalee elektirooniksii ,fanicheerii fi Motorsaayikiloota dorgomsiisee bituu barbaada.

Uulaagaalee Barbaachisan Dorgomaan Kamiyyuu

1. Hayyama daldalaa hara'ee kan qabu.

2. Ragaa Gibira bara kanatti kan itti kaffalame kan dhiyeessuu

3. Galmaa'aa VAT ta'uu isaaniif ragaa kan dhiyeessuu

4 Lakkoofsa eenyummaa kaffaltii gibira/lakkoofsa TIN) kan qabu.

5. Galmee dhiyeessitoota meeshaalee irratti galmaa'ee jiraachuu isaatiif ragaa kan diyyeefatu.

6. Kabaachisa caal- baasiitiif dhibantaa 2% (Dhibbantaa lama) CPO Baankiin mirkanaa'e qabsiisuuf qaba.

7. Waan gurguratu irraa 3% (dhibbantaa Sadi) Mootummaaf kaffaluuf fedha,kan qabu.

8. Poostaa fi sanada caal-baasii irratti chaappaa dhaabbaticha daldalaa irraa jiratee samsamee dhiyaachuu qaba.

9. Dorgommiin adeemsifame erga raawwatamee booda mo'atan guyyaa (10) hin caale keessatti waajjira wajjin walii galtee mallatteessuu qaba.

10. Mo'ataan guyyoota 10 kan hin caalle keessatti dhiyaatee waadaa yoo mallatteessuu baatee kabaachisa walii galtee kan dhaalamu ta'a.

11. Meshaalee gaafataman hunda waajjirraa Maallaqaa Aanaa Begiitti dhiyeessuutu irra jiraata.

12. Sanada Caal-baasii haqamaa fi laqamaa qabu dhiyeessuun hin danda'amu.

13. Ragaawwan barbaadaman hundinuu Orijinaala fi fottoo koppii dhiyaachuu qaba.

14. Iddoon sanadni caal-baasii itti gurguramu waajjirraa maallaqaa Aanaa Begii kutaa bittaa Lakk 07 ta'a.

15. Yeroon sanadni caal-baasii itti gurguramu guyyaa beeksifni kun gazeexaan ba'ee irra eegaalee guyyaa hojii mootummaa 15 ta'uun qarshiin 300 (Dhibba sadii) kaffaluun bitaachuun ni danda'uu.

16. Sanadi Caal-baasii kun kan cuufamu guyyaa 06/01/2019 sa'aatii 11:30 irratti ta'a.

17. Sanadii caal-baasii kan banamu guyyaa itti aanuu 07/01/2019 sa'atii 3:00 dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraa jirutti geeggeffama guyyaan baninsaa sambata irra yoo oole guyyaa itti aanuu ta'a.

18. Dorgomaan ykn bakka bu'an seersa yoo argamu baatee baninsaa poostaa hin guufachisuu

19. Sanadii caal- baasil erga cufamee boods sanadii dhiyaatu fudhatama hin qabu

20 Dorgontooni sanada yaada dorgommii dhiyeessaa irratti maqaa,Teessoo,chaappaa fi mallattoo isaanii yoo qabaate malee sanadi isaan dhiyorsan fudhatama hin gabu

Habachlis-Waajjichi filannoo bira yoo argate guutummaa guutuutti ykn walakaa isaa haquf mirgaa qaba. Dorgomaa bira irratti hunda 'udhaan get diyorsun bio danda'amu

Odeeffannoon dabalataaf Lakk. Bilbilan 0917 181 225, 0917088803 ykn 0912682560

Waajjirraa Maallaqaa Annaa Begii


Tender details

  • Deadline: 2026-09-16
  • Bid closing time: 17:30
  • Bid opening: 2026-09-17 21:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjirraa Maallaqaa Aanaa Begii
  • Bid bond: 2%
  • Bid document price: Qarshii 300.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
  • Posted at: 2026-08-15T08:13:53.000Z
← Back to all tenders