Office Furniture
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Noonnoo Beenjaa Caalbaasii Ifaa Ta'een, Meeshaalee Garagaraa Bara Baajataa 2019 tiif Oolan Wal Dorgomsiisee Bituu Barbaada.
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Marsaa 1ffaa Bittaa Meeshaalee Bara 2019
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Noonnoo Beenjaa Caalbaasii Ifaa Ta'een, Meeshaalee Garagaraa Bara Baajataa 2019 tiif Oolan Wal Dorgomsiisee Bituu Barbaada. Kanaaf Dorgomtoonnii Ulaaga Armaan Gadii Guttaan, Dorgomuu ni dandeessu. Meeshaalee Bitamuuf Barbaadaman kunis kanneen armaan gadii ta'a. 1.Meeshaalee Dhumataa Meeshaalee Barreefamaa 2. Uffata Seera Hojjettootaa 3.Meeshaa Dhaabbii 4.Meeshaalee Leenjii Kollejjii TVET 5.Dhiheessaa Meeshaa Ijaarsa 6 Meeshaalee Elektroomiksii garagaraa
Ulaagalee Barbaachisan
1. Heyyema Daldalaa Bara 2019 Kan Haareffate/Hareffatte
2. Gatii Sanada Caalbaasii Hin Deebine Qarshii 200 (Dhibba lama) Abbaa Taayitaa Galiiwwanii Aanaa Noonnoo Beenjaa Irraa Bitachuun Dhiyeessuu Kan Danda'u
3. Galma'aa VAT /TOT Kan Ta'e.
4. Dorgomaan Gocha Malaamaltummaa Fi Qisaasama Irraa Bilisa Ta'u Waraqaa Raga Dhiheefachuu
5. Galmeffama Bitta Motummaa Irrattii Galma'uu Isaatiif Raga Dhiheefachuu Kan Danda'u
6. Meeshaa Nan Dhiheessaa Jedhee Dorgomuu Irratti Eyyamaa Daldalaa Kan Qabu.
7. Sanada Caalbaasii Haqaa Fi Laaqa Tokko Malee Guutamuun Poostaan Samsamee Dhiyaachuu Qaba.
8. Waldaa IMX Yoo Ta'e Xalayaa Wabummaa Waajira Carraa Hojii Uumuu Fi Wabii Nyaata Magaalotaa Ykn Aanaa Irraa Dhiyeeffachuu Kan Danda'u.
9. IMX'n Akkaataa Qajeelfama Mootummaatiin Ni Jajjabeeffamu.
10. Kabachiisa Caalbaasii Qarshii Kuma Kudhaan (10,000) Maallaqa Ykn Cpo Qabsiisuu/Waldaa Imx Xalayaa Wabummaa Qaama Jara Gumeesse Irraa Dhiyeeffachuu Kan Danda'u.
11. Kabachiisa Walii Galtee Maallaqa Walii Galaa Keessaa 10% (Dhibbentaa Kudhaan) Maallaqa Ykn Cpo Qabsiisuu /Waldaa Imx Ta'ee Xalayaa Wabummaa Qaama Jara Gurmeesse Irraa Dhiyeeffachuu Kan Danda'u.
12. Tarreeffama Dhiyeessitootaa Keessatti Galmaa'uu Isaani Waraqaa Ragaa Qabaachuu.
13. Bakki Galmee Waajjira Mallaqaa Aanaa Noonnoo Beenjaa Lakk.09
14. Guyyaan Galmee Guyyaa Beeksifni Kun Qilleensarra Olee Ka'ee Guyyoota Hojii 15 (Kudha Shan) Keessatti Kan Ta'uudha. Kunis Guyyaa 21/12/2018 Hanga 09/01/2019 Hanga Sa'ati 4:00tti kan turu ta'ee Gaafa 10/01/2019 Sa'aati 7:30tti Bakka Abbaan Dhimmaa Ykn Bakka Bu'aan Jiruttii Kan Banamuu Ta'a
15. Manni Hojichaa Carraa Biraa Yoo Argate Caalbaasicha Gar-Tokkeen Yookaan Guutummaan Guututti Haquu Ni Danda'a. Odeeffannoo Dabalataa Lakk. Bilbilaa 0917127189 ykn 0954649665
Waajjira Maallaqaa Aanaa Noonnoo Beenjaa
Tender details
- Deadline: 2026-09-19
- Bid closing time: 10:00
- Bid closing (note): 09/01/2019 saa,aatti 4:00tti
- Bid opening: 2026-09-20 13:30
- Bid opening (note): 10/01/2019 saa,aatti 7:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Noonnoo Beenjaa
- Bid bond: Qarshii 10,000.00
- Bid document price: Qarshii 200.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 27, 2026)
- Posted at: 2026-08-29T07:31:19.000Z