Office Furniture

Naannoo Oromiyaatti Manni Murtii Olaanaa Godina Gujiitti bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bitta meeshaalee dorgomtoota dorgomsiisee caal-baasii ifaatiin meeshaalee Adaa adaa bituu barbaada.

Description

Beeksisa Caalbaasii

Naannoo Oromiyaatti Manni Murtii Olaanaa Godina Gujiitti bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bitta meeshaalee dorgomtoota dorgomsiisee caal-baasii ifaatiin meeshaalee dhaabbii, Farnichaaraa, Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinnaa, bittaa uffata seera, meeshaalee dhaabbii xixxiqqa biiroo dorgomsiisee bituu barbaada.

Kanafuu Caal-baasii irraatti dorgomtootni hirmachuu barbaaddan, bu'urumaa kana gadittii ibsameen dhiyaatanii dorgomuu nii dandeettu.

1. Dorgomtootni Kallattii hojii daldalaa isaaniitiin eeyyamaa daldalaa baara haromsan isaan seera qabeessa ta'eegibiraa baara ittin kaffalan, facaatii (list/ kennaa Tajajilaa keessan ragaa Sanadootaa ittin galma'an fi galma'a Faayinaansii fi ragaa Lakkofsa TN Fotookooppii isaa Sanadaa caalbaasii waliin qabsisaan dhiyyeesuu qabu.

2 Dorgomtoonnii dhiyaatan Galma'aa taaksii dabalataa (VAT) galma'uu isaanitiif ragaa fotookooppii dhiyeeffachuu kaan danda'an ta'uu qaba.

3. Dorgomtootni Sanada caalbaasii guyyaa beeksifni gaazeexaa kallachaa Oromiyaatiin ba'ee irraa eegalee guyyoota hojii 15 keessaatti yeroo hundaa sa'aatii hojii gosa sanadaa caalbaasii tokkoon tokkoon isaaf mallaqaa hin deebine qarshii 100(dhibba) kaffaluun Adeemsa bittaa Mana Murtii Olaanaa Godina Gujii lakk. 9 ittii dhiyaachuun sanadaa bitachuu nii danda'u.

4. Dorgomaan kaamiyyuu kaabachiisa caalbaasiif kaan oluu gatii tilmaamaa bittaa wal gala irraa % 2 Maqaa Dorgomaa CPO ykn cheekii bankiidhaan Mirkanaa'e sanadaa Orjinaalaa caalbasichaa waliin qabsiisee dhiyeesuu qaba.

5. Dorgomaan kamiiyyuu sanada caalbaasii poostaa saamsameen, Orijinaalaafi kooppii addaan baasuun sanduuqa calbaasichaaf qophaa'e keessa galchuu qaba.

6. Calbaasiin gaafa guyyaa 28/12/2018 hanga 12/1/2019 sa'aatii 08:30tti bakka dorgomtootni wal gahanitti mallattaa'ee saamsamee sa'aatii 09:30tti bakka dorgomtootni ykn bakka bu'oonni seeraa isaanii akkasumas tajjabdoonni argamanitti Mana Murtii Olaanaa Godina Gujii keessaatti ifatti nii ibanamaa.

7. Dorgomtoonni moo'ataa calbaasichaa ta'an waliigalticha kaan mallateessu bakka bu'aa yoo ta'e bakka bu'ummaa seeraa Orijinaala kaan deebi'uufi kooppii isaa kaan hin deebine qabatee dhiyaachuu qaba.

8. Moo'ataan calbaasichaa eerga beekkameen booda kabachiisni qaama moo'atameef battalumatti nii deebi'a.

9 Meeshaan moo'ataan dhiyeessu haala barbaadameen qulqullinni isaa kaan hirrate ykn dogongorri yoo uumame kaan itti gaafatamu moo'ataa calbaasichaa ta'a.

10. 1Dorgomtoonni sanada calbaasii irraa yaada fooyya'aa yoo qabaatan, calbaasichi osoo hin banamin guyyaa shaniin dura dhiycessuu nii danda'u.

11. Moo'ataa calbaasichaatiif qarshiin kaan kanfalamuuf meeshaaleen mana kuusaa mana murtii olaanaa Godina Gujii eerga galeen booda ta'a.

12. Mallagni kabachiisa waliigalteef qabame barri waliigaltee akkauma xumurameen ykn waliigaltichi karaa seeraatiin akkuma citeen moo'ataaf dhala malee nii deebi'aaf.

13. Afaan Caalbaasichaa ittiin gaggeeffamu Afaan Oromiffaatiin.

14. Manni boji Filannoo fooyya'e yoo argate caalbaasicha guutummaan guututti ykn gar tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan kaan eegamee dha Odeeffannoo dabalataaf; Lakk. Mobayiiil, 09 22 64 94 06 ykn 09 66 46 68 89

Mana Murtii Olaanaa Godina Gujii


Tender details

  • Deadline: 2026-09-22
  • Bid closing time: 14:30
  • Bid opening: 2026-09-22 15:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Olaanaa Godina Gujii
  • Bid bond: 2%
  • Bid document price: Qarshii 100.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026)
  • Posted at: 2026-09-07T08:40:20.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders