Accounting and Auditing, Accounting System Design

Waldaan Walgargaarsaafi Misoomaa Maccaa Tuulamaa herrega isaa bara bajataa 2018 naga'ee galii paadii 3 (sadii), kan baasii paadii 4 (afur), odiitara beekamtii qabuun hojjachiisuu barbaada

Description

Beeksisa  Caalbaasii

Waldaan Walgargaarsaafi Misoomaa Maccaa Tuulamaa herrega isaa bara bajataa 2018 naga'ee galii paadii 3 (sadii), kan baasii paadii 4 (afur), odiitara beekamtii qabuun hojjachiisuu barbaada. Kanaafuu dhaabbileen odiitii ulaagaa kanaan gadii guuttan akka dorgomtan affeera.

  1. Hayyama daldalaa haareffame kan qabuufi gibira mootummaa kan kaffale.
  2. Harshimoota Afaan Oromootiin hojjataman odiitii gochuudhaan muux-annoo qabu.

Haaluma kanaan tajaajila kennitaniif kaffaltii gaafattan vaatii dabalatée, akkasumas herrega waggaa kana hojjattanii xumuruudhaaf guyyaa isin-itti fixu caqasuudhaan, beeksisni kun erga ba'ee guyyoota walitti aanan 5 (shan) keessatti envolooppiidhaan saamsuudhaan waajjira waldichaatti galchuu dandeessu.

Teessoon:- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aradaa Aanaa 9 karaa Qiddisti Maariyaam gara Minilikitti geessu gamoo Almii darbii 1ffaa lakk.109.

Waldaa Walgargaarsaafi Misoomaa Maccaa Tuulamaa


Tender details

  • Deadline: 2026-09-10
  • Bid closing time: 17:00
  • Bid closing (note): guyyoota walitti aanan 5 (shan) keessatti envolooppiidhaan saamsuudhaan waajjira waldichaatti galchuu dandeessu.
  • Bid opening: 2026-09-10 17:00
  • Bid opening (note): Guyyaa fi sa'aatiin caalbaasichi itti banamu hanga ammaatti hin ibsamne.
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waldaa Wargaarsaa fi Misoomaa Maccaa Tuulamaa
  • Published on: BARRIISAA (Sep 06, 2026)
  • Posted at: 2026-09-07T08:50:36.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders