Office Furniture
Bulchinsaa Magaala Shaggar Kuta Magaala Furii Aanaa Gadaa Faajjiitti Waajjiraa Maallaqaa Aanaa Gadaa Faajjii Tajaajilaa seektaroota aanaaf kan oluu:-Meeshaalee bittu barbaada.
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa marsaa 1ffaa Bara 2019
Bulchinsaa Magaala Shaggar Kuta Magaala Furii Aanaa Gadaa Faajjiitti Waajjiraa Maallaqaa Aanaa Gadaa Faajjii Tajaajilaa seektaroota aanaaf kan oluu:-Meeshaalee Dhummeeyyii Birroo, Meeshaalee Dhabbii, Meeshaalee Qulqulinaa, Uffaata Seera,bittaa Mootoorota, Meeshaalee Haaroomsaa Konkoolaata fi Mootoorota,Meeshaalee ijaarsaaf olaan caalbaasii ifaa Kallachaa Oromiyaatiin baasuun wal doorgomsisee bittu barbaada.
Halummaa kanaan ulaagalee dorgoomichaaf baarbaachisaan
1. Heyyamaa daldaala kan haaromsee fi seera qabeessa kan qabu.
2.Ragaa gibiraa ittiin kanfaalee fi heeyamaa daldaala haaroomsee kan dhiyeefaatu.
3. Dorgomtoonni sanada caalbaasii gosa tokko qarshii dhibbaa Shan (500) kanfaltanii guyyoota hojii walitti anan kudha shan (15) keessatti waajjirra Maallaqaa Aana Gadaa Faajjii biiroo lakk.14 bitaachuu dandeessu.
4. Dorgoomaan heeyamaa daldaala tokkoon tokkoon meeshaalee Dhummeeyyii birroo,Dhabbii, Qulqulinaa, Uffaata seera,bittaa Mootoorota,meeshaalee haaroomsaa konkoolaata fi mootoorota, meeshaalee ijaarsaa irraatti heeyamaa hin qabne yoo ta'e argamee kan caalbaasichaa keessa kufaa ta'u waan ta'eef dorgoomaan kamuu waan heeyamaa qabu irratti qofa akka sanadaa caalbaasii bittuu fi sanadaa yaada dorgoomii isa dhiyyeessu beeku qaba.
5. Doogomtooni sandaa caalbaasii bittaan koppii fi orjiinaala adda addaan saamsuudhaan saanduuqaa sanada caalbaasiif birroo lakk 06 tti qophaa'e keessa buusu qabdu.
6. Dorgoomtooni meeshaa irratti dorgoomtaan saamudaa dhiyyeessu qabdu.
7. Dorgoomtooni sanadaa caalbaasii bittaan gatii guuttan irraati mallattoo fi chaappaa dhaabbata keessani irra ka'u qabdu.
8. Dorgomtooni kabaachiisa caalbaasiif CPO qarshii Kuma Shantamaa(50,000) kan deebi'u baankii beekamtii National Baankii qabu irraa dhiyyeefaachuu qabdu.Haa ta'u maale meeshaalee mo'aatan yoo dhiyyeessu baatan galii mootummaaf kan ta'u ta'a.
9. Caalbaasiin kun gaafa guyyaa 16ffaa waaree booda sa'atii 4:30ti cuufame guyyuuma kana sa'ati 8:00 irratti bakka koreen,dorgomtooni fi bakka bu'ooni seera qabeessa jiranitti birroo lakk 06 tii kan banamu ta'a.
10. Mo'aatan caalbaasii mo'achuu isaa guyyaa xalayaan ykn bilbilaan itti himame irra eegale guyyaa hojii 5(shan) hangaa 10 (kudhaatti) WMAG/Faajjiitti dhiyaatee waliigaltee mallatteessu qaba.
11. Dorgomaan kamiyyuu dorgooma birroo irrati hunda'uun gati guutun dhoorka akka ta'e fi yeroo walii galteen maallatta'u gatiin foyyaa'uu kan hin jiranee ta'u beeku qaba.
12. Dorgoomaan kamiyyuu waan irratti mo'aateef walii galtee mallatteessuuf yeroo dhuufu samuuda dhiyyeessu qaba.
13. Mo'aatan gatii guutee dhiyeesseen guyyoota waliigaltee rawatee irraa egalee bu'uuruma waliigaltee mallaatteessen meeshaa qulqulina isa egatee baasii isattiin WMAG/Faajjiitti dhiyyeessuun galii taasisuu qaba.
14. Bu'uura waliigaltee raawwaateen dorgoomaan meeshaa irratti mo'aate hundaa yoo dhiyyeesse kanfaaltiin ni raawaatamaaf
15. Mo'aatan caalbaasi meeshaalee yeroo dhiyyeessu ykn ergaa dhiyyeesse meeshaan inni dhiyyeesse qulqulina fi ispesification gaafatameen kan hin dhiyyeessinee yoo ta'ee argame baasii dhuunfaa isatiin meeshaa qulqulina qabu jijjiree dhiyyeessuun dirqama.
16. Waajjirrichii filannoo birro yoo argaate caalbaasicha walakkaan ykn guutummaan guututti haquun mirga qaba.
Odeeffannoo dabalataatiif Lakk Bilbila :-09 60 86 17 49 Bulchinsaa Magaala Shaggar Kuta Magaala Furii Aanaa Gadaa Faajjätti
Waajjiraa Maallaqaa Aanaa Gadaa Faajjii
Tender details
- Deadline: 2026-10-12
- Bid closing time: 10:30
- Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:30tti
- Bid opening: 2026-10-12 14:00
- Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 8:00tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjirii Maallaqaa Aanaa Gadaa Faajjii
- Bid bond: Qarshii 50,000.00
- Bid document price: Qarshii 500.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 24, 2026)
- Posted at: 2026-09-25T09:21:33.000Z
- Source: Qelal Tenders