Vehicle and Machinery Sale
Baankiin Sinqee W.ATiraaktara, Modela 5075E, bara omishaa 2024 A.L. A gurguruu barbaada.
Description
Beeksisa Caalbaasii Baankiin Siinqee
Lakk.BS/DLF/02/2019
Baankiin Sinqee W.A Qabeenya armaan gadii bu'uura Aangoo Labsii lakk. 1147/2011 tiin kennameefiin caalbaasiidhaan gurguruu barbaada
|
|
Maqaa Liqeeffataa
|
Maqaa waldaa qabeenya wabummaan qabsiisee
|
Damee Liqeessa
|
Ibsa qabeenya caalbaasiif dhiyaate |
Ka'umsa Caalbaasii Qarshiidhaan
|
Guyyaa Caalbaasiiin itti gaggeeeffamu |
Marsaa Caalbaasii ba'e
|
||
|
Qabeenya Caalbaasiif dhiyaate |
Lakk. Gabatee
|
Guyyaa |
Sa'aatii
|
||||||
|
1 |
Waldaa Waldaa Eliyaas,Masarat Hiryotaa isaanii
|
Waldaa Eliyaas,Masaratifi fi Hiryotaa isaani
|
Buree
|
Tiraaktara, Modela 5075E, bara omishaa 2024 A.L. A |
SM-4896 OR |
2,517,120.00
|
03/2/2019 |
4:30-5:30
|
1 |
Dambiiwwan Caalbaasii:
1) Dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraa dorgomaa gatii ka'uumsa Caalbaasichaa 1/4 Ajaja Baankii /C.P.O/ dhaan mirkanaa'e qofa qabsiisuun galmaa'uun dorgomuu ni danda'a. Dorgomaan Caalbaasiicha mo'ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo'ate kaffalee xumuruu qaba. Kan hin xumurre yoo ta'e, qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta'ee, Caalbaasichi kan haqamu ta'a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba'uun uumamuuf itti gaafatamaa ta'a.
2) Dorgomaan caalbaasii irratti gatii ol'aanaa dhiyeesse caalbaasichaa mo'aachuu isaa qaama dhimmi ilaaluun erga mirkanaa'een booda xalayaa mo'aataa ta'uu isaa ibsu kennamaaf.
3) Caalbaasii irratti argamuu kan danda'u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenyaa ykn bakka bu'aa seeraa isaanii qofa ta'a.
4) Caalbaasichi kan ademsifamu bakka qabeenyichi itti argamu Go/I/A/Boor Aanaa Buree Magalaa Buree (wajjira Bulchiinsa Aanaa) tti ta'a.
5) Guyyaa caalbaasiichaatti sa'a 4:30-5:00tti yeroo galmee dorgomtoota ta'ee sa'a 5:00 irraa eegalee galmeen dorgomtootaa hin jiraatu, sa'a 5:00 irraa eegalee hanga sa'a 5:30tti yeroo caalbaasiin adeemsifamu ta'a.
6) Kaffaltii jijjirraa maqaa taaksii dhaan walqabatan fi kanneen biroo bitataan/mo'ataan caalbaasii akkaataa barbaachisummaa isaatti kan kaffalu ta'a
7) Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu'ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa/ Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu'insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.
8) Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen haquuf mirgi isaa kan eegamedha.
9) Namni qabeenya Caalbaasiif dhiyaate kana ilaaluu barbaadu, Damee liqeessaa beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda'a.
10) Dorgomaan moo'ataa caalbaasiti kan jedhamu moo'ataa ta'uu isaa kan ibsu barreeffamaan yeroo xalayaan harka isa gahu qofadha
11) Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-557-6016), Baankii Siinqee Damee Buree (+251-47112-2862), ta'e irrattibilbiluun gaafachuun ni danda'a.
Baankiin Siinqee W.A
Tender details
- Deadline: 2026-10-13
- Bid closing time: 11:30
- Bid opening: 2026-10-13 11:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Siinqee Bank Share Company
- Buyer address: Joseph Tito Street, Kazanchis, adjacent to Nega City Mall, Oda Tower
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 24, 2026)
- Posted at: 2026-09-25T10:08:28.000Z
- Buyer website: https://siinqeebank.com/
- Source: 2merkato