Vehicle and Machinery Sale
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Gurgurtaa Konkolaattota Uummataa fi Magaazana (Iddoo) Waldaa Aksiyoonaa Geejjibaa M.D.N.N
Description
Godina Oromiyaa Giddugaleessaa
1ffaa Waldaan Aksiyoonaa Geejibaa M.D.N.N lakkofsa gabatee ET-03-68851 fi ET-03-68852 ta'an tokkon tokko isaanii hangii fee'umsaa nama 63 bifaa qaama Ol'aanaa gosaa hojii hayyamameefi konkolaataa uummataa tajaajilaa daldalaatiif ta'an gatii ka'umsaa caalbaasii Lakk gabatee ET-03-68851 qarshii milliyoonaa 8.3 fi Lakk gabatee ET-03-68852 qarshii milliyoona 8
2ffaa. Magaalaa Adaamaa Aanaa Irreechaa Lakk mana 216 kan argamuu sartfikeeti qabbiyyeen mirkana'ee kaaree meetiraa 1021.98 Iddoo fi iddoo irratti magaazanaa kan itti ijaaramee
Gatii ka'umsaa caalbaasii qarshii 26,366,149.65 caalbaasiidhaan gurguruufyaadeera.
-Namoonni dorgommii caalbaasii irratti kan itti dorgoman, gatii jalqabaa caalbaasichaa keessaa 25% (dhibbeentaa digdami shan) baankii irraatti ajaja kaffaltii (CPO) hojachisani guyyaa caalbaasichi gaggeffamutti qabatani dhiyaachuu qabu.
-Dorgomtoonni gatii caalbaasii keessan invilooppii cufama keessa ka'uun Adaamaa Hooteelaa Pan Afirkii seenee Hooteelaa Salaam Fulduraatti waajjiraa waldaa Deedebisaa Ummataa Dabuub misaarq argamu biroo aksiyoonaa Lakk 10 saanduqaa qopha'ee keessatti Muddee 7/04/19 ganamaa sa'ati 3:30 galchuu qabu
-Caalbaasiin Muddee 7/04/19 ganama sa'ati 4:00 dorgomtoonni ykn bakka bu'ooni seeraa bakka jiraniti ni banama.
-Qabeenyoota armaan olitti tarreeffaman guyyaa fi sa'ati caalbaasii irratti ibsamee dorgomtooni ykn bakka bu'ooni seeraa taajabdooni bakka jiraniti gamoo waajjira Muummee kubaniyaa itti argamutti ni gaggeeffama
-Dorgomtoonni gatii ol'aanaa hin keeninee maallaqni qabsiisan yerooma san ni deebi'aaf. dorgomtootaa gatii ol'aanaa dhiyeessanif garuu kubaniyaan muummee isaa guyyaa kan fudhatuu ta'uu fi ta'u dhabuu isaa guyyaa caalbaasiin gageeffamee itti ansee jiraan guyyootaa itti anaan shan keessatti dorgomtootaaf ni beeksisaa.
-Dorgomaan Injifataa caalbaasii kan ta'ee xalayaa ijifataa kubaniyaa irraa keennamee irraa jalqabee gatii waliigalaa ijfataa guyyaa 15 keessatti kubaniyaaf galii gochuun qabeenyicha fudhachuu qabata.
-Guyyaa armaan olitti ibsamee keessatti dorgomaan galii hin goonee caalbaasin haaqamee maallaqani qabsiisee kubaniyaatiif galii ni godhama.
-Adeemsaa Qabeenyi hunda dabarsuuf kaffaltii mootummaaf kaffalamu kamiyyu bitataan ni kaffala. Ragaa Dabalataaf: 09 11 25 31 36 ykn 09 43 25 46 46 ykn 09 11 65 97 30 ykn 09 02 29 27 10 Kubaniyaan Mirgaa caalbaasii haaquu kan eegameedha.
Waldaa Aksiyoonaa Geejjibaa M.D.N.N
Tender details
- Deadline: 2026-12-16
- Bid closing time: 09:30
- Bid opening: 2026-12-16 10:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: M.D.N.N Transport Share Company
- Buyer's registered address: ሳሪስ ከንፋስ ስልክ ቀለም ፋብሪካ ከፍ ብሎ ባለው መንገድ 120 ሜትር ገባ ብሎ
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Nov 19, 2026)
- Posted at: 2026-11-20T09:01:24.000Z
- Source: Qelal Tenders