Spare Parts and Car Decoration Materials

Godina Baaleetti Wajjirri Maallaqaa Aanaa Harannaa Bulluuq Baajata Bara 2019 qabameen seektaroota (wajji- raalee) Aanaa keessatti argamaaniif Konkolaataa qaban maraaf tajaajila dhiyeessii Gommaa fi Baatiriilee Konkolaataa adda addaa caalbaasii ifaa kanaan

Description

Godina Oromiyaa Kibba Bahaa

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Godina Baaleetti Wajjirri Maallaqaa Aanaa Harannaa Bulluuq Baajata Bara 2019 qabameen seektaroota (wajji- raalee) Aanaa keessatti argamaaniif Konkolaataa qaban maraaf tajaajila dhiyeessii Gommaa fi Baatiriilee Konkolaataa adda addaa caalbaasii ifaa kanaan Wal-dorgomsiisee bituu barbaada. Kanaafuu,dhiyeessitoonni ulaagaalee armaan gadii guuttaan dorgomuu kan dandeessan ta'uu isaa ni beeksisna.

-Hayyama daldala seera qabeessa bara 2018/2019 E.C keessatti haaromfame kan qaban Waraqaa ragaa dhiyeessumma, TIN fi vaatii dabalata qa- beenyaa/VAT/kan qaban.

-Waraqaa qulqullina taksii bara 2018 yeroon isaa hin dabarre dhiyeeffachuu kan danda'an.

-Kabachiisa caalbaasii /CPO/ Maallaqa calla ykn CPO'n mirkanaa'e qarshii 10,000(kuma kudhaan) qabsiisuu kan danda'an.

-Sanada caalbaasii guutuu isaa wajjira maallaqaa Aanaa Harannaa Bulluuq,Adeemsa hojii bittaa fi qabeenyaa ir- raa qarshii hin deebine qarshii 300(dhibba sadii) kaffa- luun bitachuu ni danda'u.

-Nagaahee seera qabeessa kan barcode qabu kan dhiyy- eessu.

-Meeshaa ajajame hanga mana kuusaa wajjira maallaqaa Aanaa haranna bulluuqitti dhiyeessu kan danda'u.

Caalbaasiin kun Gaazexaa Kallacha Oromiyaa irratti maxx- anfamee bahe irraa eegalee guyyoota hojii 10(kudhaan) walitti aanaan irraa jalqabee sanada bittachuu ni danda'u. Caalbaasiin guyyaa 11ffaa irraatti gaafa guyyaa 13/02/2019 sa'aatii 3:00irratti Wajjira Maallqaa Aanaa Harannaa Bulluuq kutaa itti gaafatamaa lakkaoofsa 2tti samsamee guyyuma kana sa'aatii 4:30 irratti ni banama.

Hubachiisa Guyyaan baniinsa caalbaasii kun guyyaa ayyaa- naa (public holiday) ykn guyyaa cufaa (weekend) irra yoo oole,caalbaasichi guyyaa hojii itti aanutti kan banamu ta'a. Caalbaasii kana wajjirri guutummaan ykn walakkaan haquu mirgaa ni qaba Godina Baaleettii

Wajjira Maallaqaa Aanaa Harannaa Bulluuq Angeettuu


Tender details

  • Deadline: 2026-10-23
  • Bid closing time: 09:00
  • Bid opening: 2026-10-23 10:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Wajjira Maallaqaa Aanaa Harannaa Bulluuq Angeettuu
  • Bid bond: Qarshii 10,000.00
  • Bid document price: Qarshii 300.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 15, 2026)
  • Posted at: 2026-10-16T08:47:39.000Z
← Back to all tenders