Building and Finishing Materials
Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa Godina Bahattii Waajjiiri Karoora fi Maallaaqaa A/Xuulloo Baajata baraa 2019 Irraa Bittaa Meeshaa ljarsaa Addaa Addaa caalbaasii Ifaatiin Wal- dorgomsise Han- ga Wajjiraattii Fichisisuun Bituu barbaada.
Description
Beeksisaa
Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa Godina Bahattii Waajjiiri Karoora fi Maallaaqaa A/Xuulloo Baajata baraa 2019 Irraa Bittaa Meeshaa ljarsaa Addaa Addaa caalbaasii Ifaatiin Wal- dorgomsise Han- ga Wajjiraattii Fichisisuun Bituu barbaada.Kanumaafuu dhiyye- sitoota seera qabeessa tahani caalbasii kana irraatti hirmachuu barbaadanif qajeelfama wal-dorgomii armaan gadii guuttan akka wal-dorgomtan afceramtaniruu.
- Hayyama seera qabeesa qabdanii fi gibira bara kafaltaani hayya- ma keessan dhaleefachuu dandeessan.
2. VAT kan galmahee fi dhaalefachuu kan danda'uu.
3. Raga Gaimee Dhiyeesuumaa Fidu Kan Danada'uu.
4. Dorgomtooni Kabaachisa Caalbasii (CPO) Tilmaama Gati waligaalaa irraa 2% kan Bankiidhaan mirkakana'e, Qarshiidhaan 10000(kuma kudhaan) sanada caalbaasii waajjiin wal qabsisee galchuu kan danda'u.
5.Sanada caalbasi haqaa fi laaqa kan hin qabne.
6. dorgomtooni hujji kana irraatti hirmaatan sanada caalbasii kana Qarshii 200(dhibbaa lama )Waajjiraa Galittii kafaluun fudha- chuu ni danda'uu.
7.Dorgomtooni qajeelfama wal-dorgomii armaan olitti ibsame fi gatii wal-dorgomii gutuudhaan sanada caalbasichaa saamsuud- haan Sanduuqa caalbasii dhimmaa kanaaf qophaa'ee keessaattii guyyaa fi sa'aa jedhaametti seensisuu qabu.
8. Caalbasiin kan banamuu beeksiifni caalbaasi eega maxxanfamee guyyaa 10ffaa guyyaa hojii hangaa sa'aa 6:00-6:30 galchuudhaan sa'aa 8:00 irraattii bakkaa dorgomtooni jiranitti ni banama.
9. Waajirrii mala fooyya'aa yoo argaatee caalbasicha guutuma guu- tutti ykn gara tokkeen haquuf mirgi isaa kan eegameedha.
IBSA 09 87 35 07 77
Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa Godina Ba- hattii Waajjiiri Karoora fi Maallaaqaa A/ Xuulloo
Tender details
- Deadline: 2026-11-18
- Bid closing time: 12:30
- Bid closing (note): 10ffaa guyyaa hojii hangaa sa'aa 6:00-6:30
- Bid opening: 2026-11-18 14:00
- Bid opening (note): 10ffaa guyyaa hojii hangaa sa'aa 8:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa Godina Ba- hattii Waajjiiri Karoora fi Maallaaqaa A/ Xuulloo
- Bid bond: 2% kan Bankiidhaan mirkakana'e, Qarshiidhaan 10000(kuma kudhaan)
- Bid document price: Qarshii 200.00
- Published on: Addis Zemen (Nov 07, 2026)
- Posted at: 2026-11-07T07:37:07.000Z
- Source: Qelal Tenders