House Furniture
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Marsaa 2ffaa Gurgurtaa Qabeenyaa (Meeshaalee Manaa fi Elektirooniksii) Ajaja Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Marsaa 2ffaa
R/himataa Obbo Kifilee Taaddasaafi R/himatamaa Obbo Garramuu Tafarraa gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee raawwiin himatamaan qarshii isaan irratti murtaa'e,kan hin kaffaliin hafan kaffalchiisuuf qabeenya R/himatamaa 1ffaa Soofaa guutuu lama gatiin ka'umsaa caalbaasii qarshii 13,000, 2ffaa Firaashii sadii gatiin tokkoo qarshii 2100, Firaashii sadii gatiin ka'umsaa qarshii 6300, 3 ffaa Firijii grand tokko gatiin ka'umsaa caalbaasii qarshii 15000, 4ffaa Tiivii inchii 32 tokko gatiin ka'umsaa 16000, 5 ffaa Teessoo Soofaa tokko gatiin ka'umsaa qarshii 3500, 6ffaa Oviinii Istoovii tokkoo gatii ka'umsaa qarshii 8000, 7ffaa Maashina Uffata Miiccu tokko gatii ka'umsaa caalbaasii qarshii 10,000, 8 Sirree Abbaa Seentimeetira 120 baayyini lama gatii ka'umsaa qarshii 9000n gaafa 18/03/2019 sa'aatii 3:00-6:00tti caalbaasii Ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii ¼ CPO qabsiisuun bakka meeshaaleen kun argamu,mooraa Waajjira Aanaa Tulluu Diimtuutti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
Tender details
- Deadline: 2026-11-27
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-11-27 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Nov 19, 2026)
- Posted at: 2026-11-20T07:08:26.000Z
- Source: Qelal Tenders