Baankiin Sikeet Mana Jireenyaa gurguruu barbaada.
Description
Beeksisa Caal-baasii
Baankiin Sikeet yeroo liqii kennu wabummaan kan qabe, manneen armaan gadiitti tarreeffaman akkuma jiranitti aangoofi taayitaa Labsii Lak. 97/1990 fi Labsii Fooyya'aa Lak, 216/1992n kennameef irratti hundaa'uudhaan caalbaasii ifaatiin dorgomsiisee gurguruu barbaada.
|
TL |
Maqas Liqeeffataa
|
Maqaa Waabiifi (Wablisataa)
|
Akaakuu Manaa
|
Damee Liqiin Itti Kenname
|
Teessoo Qabeenyichi Argamuufi Bal'ina Lafaa |
Gatii Ka'umsaa (ETB)
|
Bakka Caalbaasiin Itti Geggeeffama |
Qorannoo/Yaada
|
||||
|
Magaalaa/ K.Magalaa |
K.Magalaa Ganda |
Lakk.Kaartaa Manaa |
Bal'inalafaa (M2) |
Guyyaa
|
Sa'aati
|
|
||||||
|
1 |
a Merga
|
Amaaruu Esheetuu |
Mana Jireenyaa |
Alamganaa
|
Awash Melka |
Awash Melka |
BMA/0031/09
|
200
|
362,208
|
06/11/2015
|
4:00 |
Irra-deebiidhaan |
|
2 |
Nabil Muntahaa hiriyoota isaanii W.H.G |
Madinaa Mahaammad
|
Mana Jireenyaa
|
Ayarxeenaa
|
Sheger
|
Furii
|
L/S/27024/2002
|
140
|
4,345,075
|
06/11/2018
|
4:30
|
Irra-deebiidhaan
|
|
3 |
Ganat Aster i Hiriyoota isaanii W.H.G |
Warquu Hawaas
|
Mana Jireenyaa |
Bishooftuu
|
Bishooftuu
|
Chalalaqaa
|
161
|
420
|
407,045
|
06/11/2018
|
5:00 |
Irra-deebiidhaan
|
|
4 |
Gabisaa Kaswoo |
Awaasuu Kaawoo |
Mana Jireenyaa |
Alamganaa
|
Sheger
|
Furii
|
ስ/ኮ/0867/05
|
50.98
|
2,012.690
|
07/11/2018
|
4.30
|
Irra-deebiidhaan
|
|
5 |
Mahaammed Shawaa |
Ofuma Isaantuin |
Mana Jireenyaa |
Be/Mikaa'cel |
Sheger
|
Furii
|
ስ/ኮ/0164/05
|
49.51
|
1,585,557
|
07/11/2018
|
6.00
|
Irra-deebiidhaan
|
|
6 |
Rattaa Kaffanii
|
Ofuma Isaanilin |
Mana Jireenyaa |
Sandaafaa
|
Sandaafaa Bakee |
01 |
155/142/2012
|
140
|
207.323
|
08/11/2018
|
5:00
|
Irra-deebiidhaan
|
|
7 |
Fiqaaduu toleeraa |
Sable Amaree |
Mana Jireenyaa |
Bisboofluu |
Moojoo
|
qarsaa |
OR021024005014
|
199.12
|
4,433,669
|
09/11/2018
|
6:00
|
Irra-deebiidhaan
|
HUBACHIISA
1. Dorgomaan kamiyyuu ykn bakka bu'aan seeraa isaa gatii ka'umsa caalbaasii manichaa keessaa harka dhibba keessaa dhibba keessaa afur (1/4) Ajaja Kaffaltii Baankii (CPO) ykn qarshii callaadhaan qabsiisee dorgomuu ni danda'a.
2. Mo'ataan caalbaasichaa qarshii hafe guyyaa mo'achuusaa gabatee beeksisarratti maxxanfamee jalqabee guyyoota 15(kudha shan) keessatti guutummaatti kaffaluu kan qabu yoo ta'u, yoo kaffaluu baate qarshii caalbaasii jalqabaaf qabsiise deebii hin argatu.
3. Manneen lakkoofsa tartiiba 1, 2 fi 3 jalatti argamaniif caalbaasiin kan geggeeffamu Waajjira Muummee Baankichaa (phiyaasaa, Daandii Charchil) foddaa 7ffaa irratti ta'a. Manneen jireenyaa lakkoofsa tartiiba n4, 5, 6 fi 7 jalatti argamaniif immoo caalbaasichi teessoo manneen jireenyaa sunniin argaman irratti (iddoo qabeenyichaa irratti) kan geggeeffamu ta'a.
4. Galmeen sa'aatii caalbaasiin sun banamu dura daqiiqaa 30 (sodoma) dursa itti jalqabama.
5. Baankichi qabeenyichi maqaa bitatatiin akka jijjiiramuuf qaama mootummaa ilaallatutti xalayaa ni barreessa.
6. Dorgomtoonni manicha arguun barbaadan guyyaa caalbaasiin geggeeffamuu dura guyyoota 5 (shaan) dura Waajjira Muummee Baankichaa Kutaa Seeraatti galmeeffamuun sagantaa baankichi mijeessurratti hundaa'uun manneen daawwachuun ni danda'ama; dabalataan Waajjira Damee liqiin itti kennametti guyyoota hojiitti deemuun sagantaa dameen sun kennurratti hundaa'uun daawwachuun ni danda'ama.
7. Maqaa jijjiirraa, kaffaltii liizii fi kaffaltiiwwan biraa kan hafan, akkasumas taaksiifi gibira seeraan bitatichi akka kaffalu murtaa'e kamiyyuu bitataa/ mo'ataa caalbaasichaatiin kaffalama.
8. Dorgomaan caalbaasicharratti gatii caalu dhiyeesse mo'achuusaa xalayaan ibsu Tajaajila Seeraa Baankichaa kan caalbaasicha geggeesserraa yoo qaqqabe qofa mo'ataa ta'a.
9. Guyyaa caalbaasiitti abbaan qabeenyaa ykn bakka bu'aan isaa seeraa argamee caalbaasicha hordofuu ni danda'u, argamuu baatanis caalbaasiin kun ni geggeeffama.
10. Baankichi caalbaasicha guutummaatti ykn gartodhaan haqurratti mirgi isaa kan eegamedha.
Odeeffannoo dabalataatiif lakk. bilbilaa 8342 ykn 011-1-279028 bilbiluun ykn Waajjira Muummee Baankichaa Tajaajila Seeraatti dhuunfaan dhiyaatanii gaafachuun ni danda'ama.
Baankii Sikeet W.A
Tender details
- Deadline: 2026-07-16
- Bid closing time: 12:00
- Bid closing (note): guyyaa fii sa,aatii isaa garagaraa
- Bid opening: 2026-07-16 12:00
- Bid opening (note): guyyaa fii sa,aatii isaa garagaraa
- Region: Oromia
- Publishing entity: Siket Bank S.C.
- Bid bond: 25%
- Published: Jun 11, 2026
- Posted at: 2026-06-12T10:45:55.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.